LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Raajiin kam iyyuu of tuulummaadhaan kakaʼee wanta ani akka dubbatu isa hin ajajne yoo dubbate yookiin maqaa waaqolii kan birootiin yoo dubbate, raajiin sun haa ajjeefamu.+

  • Ermiyaas 14:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, kanan isaan hin ergine taʼus, raajota maqaa kootiin raajii dubbatan, warra goraadeen yookiin beelli biyya kanatti hin dhufu jedhan sana ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: ‘Raajonni sun goraadee fi beelaan ni balleeffamu.+

  • Hisqiʼel 13:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, raajota Israaʼel irratti raajii dubbadhu;+ warra ofiin raajii uumanii dubbataniinis*+ akkana jedhi: ‘Dubbii Yihowaa dhagaʼaa. 3 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Raajota gowwaa warra utuu homaa hin argin yaada* ofii isaanii duukaa buʼaniif wayyoo!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi