-
Ermiyaas 36:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Tarii warri mana Yihudaa waaʼee badiisa ani isaan irratti fiduuf yaade hundumaa yommuu dhagaʼan daandii isaanii isa hamaa irraa ni deebiʼu taʼa; anis balleessaa isaanii fi cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa.”+
-