24 “‘“Tajaajilaan koo Daawit mootii isaanii ni taʼa;+ hundi isaaniis tiksee tokko ni qabaatu.+ Akka heera kootti ni deddeebiʼu; dambiiwwan koos of eeggannoodhaan ni raawwatu.+
5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+