LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Dhiphina guddaa keessa yommuu galtuu fi wantoonni kun hundi yeroo booda yommuu si irra gaʼan, ati gara Waaqa kee Yihowaatti ni deebita, sagalee isaas ni dhageessa.+

  • Isaayyaas 55:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni hamaan daandii isaa,

      Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

      Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

      Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

  • Yooʼel 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Uffata keessan utuu hin taʼin,+ garaa keessan tarsaasaa,+

      Gara Waaqa keessan Yihowaatti deebiʼaa,

      Inni gara laafessaa* fi araara qabeessa, aariidhaaf suuta kan jedhuu+ fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha,+

      Inni badiisa fiduuf yaade ilaalchisee yaada isaa ni jijjiira.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi