Isaayyaas 11:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Hinaaffaan Efreem ni bada,+Warri diina Yihudaa taʼanis ni balleeffamu. Efreem Yihudaatti hin hinaafu,Yihudaanis Efreemitti diina hin taʼu.+ Ermiyaas 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+
13 Hinaaffaan Efreem ni bada,+Warri diina Yihudaa taʼanis ni balleeffamu. Efreem Yihudaatti hin hinaafu,Yihudaanis Efreemitti diina hin taʼu.+
18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+