-
Leewwota 5:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Cubbuu hojjete kanaaf aarsaa yakkaa,+ jechuunis bushaayee isaa keessaa xobbaallaa hoolaa goromtii tokko yookiin xobbaallaa reʼee goromtii tokko aarsaa cubbuutiif Yihowaadhaaf haa fidu. Achiis lubichi cubbuu isaatiif araara isaaf ni argamsiisa.
-
-
Leewwota 7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “‘Seerri aarsaa yakkaa+ kana dha: Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha.
-
-
Hisqiʼel 42:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis inni akkana naan jedhe: “Kutaawwan nyaataa kallattii kaabaatiin argamanii fi kutaawwan nyaataa kallattii kibbaatiin argaman warri iddoo banaatti aansanii jiran+ sun kutaawwan nyaataa qulqulluu bakka luboonni Yihowaatti dhihaatan aarsaa hundumaa caalaa qulqulluu taʼe itti nyaatani dha.+ Iddoon sun qulqulluu waan taʼeef, isaan aarsaa hundumaa caalaa qulqulluu taʼe, aarsaa midhaanii, aarsaa cubbuu fi aarsaa yakkaa achi kaaʼu.+
-