-
Lakkoofsa 18:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan sii wajjin akka taʼaniif, akkasumas dunkaana Dhugaa Baatuu sana duratti+ sii fi ilmaan kee akka tajaajilaniif,+ obboloota kee warra gosa Leewwii, jechuunis gosa abbootii keetii taʼan dhiheessi. 3 Isaan sii fi guutummaa dunkaanichaatiif itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu.+ Haa taʼu malee, isaanis taʼan isin akka hin duuneef, isaan gara miʼawwan iddoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti dhihaachuu hin qaban.+
-