LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+ 26 Inni wanta Amooronni warri Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan hunda raawwachuudhaan waaqolii tolfamoo balfamoo* taʼan duukaa buʼee wanta hunda caalaa jibbisiisaa taʼe raawwateera.’”+

  • 2 Mootota 21:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni gochawwan jibbisiisoo saboonni warri Yihowaan saba Israaʼel duraa ariʼe sun raawwachaa turan hordofuudhaan,+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+

  • 2 Mootota 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaan garuu hin ajajamne; Minaaseenis wanta hamaa saboonni warri Yihowaan Israaʼelota duraa balleesse hojjetan irra caalu akka raawwatan gochuudhaan karaa irraa isaan jalʼise.+

  • Faarfannaa 106:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Kanaa mannaa, saboota sanatti makamanii+

      Daandiiwwan isaanii hordofan.*+

      36 Waaqolii tolfamoo isaanii tajaajiluu isaanii itti fufan,+

      Waaqoliin kunis kiyyoo isaanitti taʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi