LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Saba koo keessaa nama hiyyeessa* taʼee fi sii wajjin jiraatu tokkoof maallaqa yoo liqeessite, akka nama dhalaan liqeessuu isatti hin taʼin. Dhala isa hin kaffalchiisinaa.+

  • Faarfannaa 15:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Maallaqa isaa dhalaan hin liqeessu,+

      Isa balleessaa hin qabne miidhuuf mattaʼaa hin fudhatu.+

      Namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu matumaa hin raafamu.*+

  • Luqaas 6:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Kana malees, warra nuuf deebisu jettanii abdattaniif yoo liqeessitan* galata maalii argattu?+ Cubbamoonni illee, wanta liqeeffatan hunda nuu deebisu jedhanii abdachuudhaan cubbamootaaf ni liqeessu. 35 Kanaa mannaa, diinota keessan jaallachuu, wanta gaarii gochuu fi deebisnee arganna jettanii utuu hin abdatin liqeessuu keessan itti fufaa;+ kana yoo gootan badhaasni keessan guddaa taʼa, ilmaan Isa Hundaa Oliis ni taatu; sababiin isaas, inni warra hin galateeffannee fi hamootaaf illee gaarii dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi