-
Hojii Ergamootaa 7:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Kanaafuu, Waaqayyo isaan irraa garagalee raayyaa samii akka waaqeffatan dabarsee isaan kenne;+ kunis kitaaba Raajotaa keessatti akkana jedhamee barreeffameera: ‘Yaa mana Israaʼel, lafa onaa keessatti waggaa 40f kennaawwanii fi aarsaawwan kan dhiheessitan anaaf turee?
-