LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+

  • 1 Mootota 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 biyya ani isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan balleessa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata;+ Israaʼelis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamtuu* fi kan itti qoosamu ni taati.+

  • Faarfannaa 80:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Olloonni keenya nu irratti akka wal lolan goote;

      Diinonni keenya akkuma barbaadanitti nutti qoosaa jiru.+

  • Hisqiʼel 23:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      ‘Ati xoofoo obboleettii tee isa gad fagoo fi balʼaa taʼe ni dhugda,+

      Xoofoon sunis qoosaadhaan kan guutame dha; kanaafuu, namoonni sitti ni kolfu, sitti ni qoosus.+

  • Daaniʼel 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yaa Yihowaa, maaloo akka gochawwan qajeelummaa+ kee hundumaatti aariin kee fi dheekkamsi kee magaalaa kee Yerusaalem ishii gaara qulqulluu taate sana irraa haa deebiʼu; sababiin isaas, Yerusaalemii fi sabni kee cubbuu keenyaa fi dogoggora abbootii keenyaatiin kan kaʼe namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa gidduutti kan arrabsaman taʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi