1 Mootota 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaa mannaa, wanta warri si dura turan hundi raawwatan irra hammaatu ni raawwatte; na dheekkamsiisuufis waaqa kan biraa fi fakkiiwwan sibiila irraa tolfaman* ofii keetiif ni tolfatte;+ dugda kees natti garagalchite.+ Nahimiyaa 9:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+ Isaayyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi. Ermiyaas 2:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Durbi faayawwan ishii,Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii? Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+ Ermiyaas 13:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Carraan kee, gaʼeen ani siif kaaʼe isa kana” jedha Yihowaan,“Sababiin isaas, ati na irraanfatteetta,+ sobattis ni amanamta.+
9 Kanaa mannaa, wanta warri si dura turan hundi raawwatan irra hammaatu ni raawwatte; na dheekkamsiisuufis waaqa kan biraa fi fakkiiwwan sibiila irraa tolfaman* ofii keetiif ni tolfatte;+ dugda kees natti garagalchite.+
26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+
10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta. Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi.
32 Durbi faayawwan ishii,Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii? Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+
25 Carraan kee, gaʼeen ani siif kaaʼe isa kana” jedha Yihowaan,“Sababiin isaas, ati na irraanfatteetta,+ sobattis ni amanamta.+