LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiʼa arfaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa saglaffaatti magaalattii keessatti beelli ni hammaate;+ namoonni biyyattiis wanta nyaatan hin qaban turan.+

  • Ermiyaas 37:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, Zedeeqiyaan Mootichi Ermiyaas Mooraa Eegdotaa+ keessatti akka hidhamu ajaje; daabboon magaalattii keessa jiru hundi hamma dhumuttis+ daandii warra daabboo tolchanii irraa guyyaa guyyaadhaan daabboon tokko tokko isaaf ni kennama ture.+ Ermiyaasis Mooraa Eegdotaa keessa jiraachuu isaa itti fufe.

  • Faaruu Ermiyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sabni ishii hundi aadaa jiru; isaan nyaata barbaaddachaa jiru.+

      Isaan lubbuudhaan jiraachuuf* qofa, wanta nyaatamu argachuuf qabeenya isaanii isa gatii guddaa qabu kennaniiru.

      Yaa Yihowaa, kunoo, ani akka dubartii* gatii hin qabnee taʼuu koo ilaali.

  • Faaruu Ermiyaas 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Warra beelaan duʼan, warra akka waan waraanamaniitti hanqina nyaataatiin dirree keessatti dhuman irra

      Warra goraadeedhaan duʼan wayya.+

  • Faaruu Ermiyaas 5:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Goraadee lafa onaa keessa jiruun kan kaʼe, nyaata keenya kan argannu lubbuu keenya balaadhaaf saaxillee ti.+

      10 Beela cimaadhaan kan kaʼe, gogaan keenya akkuma iddoo ibiddaa guba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi