-
Keessa Deebii 28:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa ni dhalchita, garuu boojiʼamanii waan fudhatamaniif isaan kan kee hin taʼan.+
-
-
Isaayyaas 39:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 ‘Ilmaan kee warra ati dhalchitu keessaa tokko tokkos ni fudhatamu; mana mootummaa mootii Baabilon keessattis abbootii taayitaa ni taʼu.’”+
-