Isaayyaas 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+ Isaayyaas 52:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan isin dura waan deemuuf,+Waaqni Israaʼel duuba keessaniin waan isin eeguufis,+Naasuudhaan achii hin deemtan,Baqachuunis isin hin barbaachisu.
10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+
12 Yihowaan isin dura waan deemuuf,+Waaqni Israaʼel duuba keessaniin waan isin eeguufis,+Naasuudhaan achii hin deemtan,Baqachuunis isin hin barbaachisu.