LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 30:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan keessaas galannii fi sagaleen kolfaa ni baʼa.+

      Ani isaan nan baayʼisa, isaan hin xinnaatan;+

      Hedduu* isaan nan godha,

      Lakkoofsi isaaniis hin xiqqaatu.+

  • Ermiyaas 31:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Ammas deebisee sin ijaara, atis deebitee ni ijaaramta.+

      Yaa durba Israaʼel, ati ammas dibbee kee ni fudhatta,

      Gammachuudhaan shubbisaas* gad ni baata.+

  • Ermiyaas 31:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Kunoo, guyyaan ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa irratti sanyii namaa fi sanyii horii itti facaasu ni dhufa” jedha Yihowaan.+

  • Zakkaariyaas 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis akkana isaan jedhe: “Gara achiitti fiigiitii dargaggeessa sanaan akkana jedhi: ‘“Yerusaalem namootaa fi horii ishii keessa jiran hundumaatiin kan kaʼe akkuma gandeen dallaa hin qabneetti kan namni keessa jiraatu ni taati.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi