LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+

  • Yooʼel 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,

      Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa.

      Samii fi lafti ni raafamu;

      Yihowaan garuu saba isaatiif iddoo kooluu itti galan,+

      Saba Israaʼeliif dahoo ni taʼa.

  • Zakkaariyaas 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Anis dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru ishiidhaaf nan taʼa;+ ulfinni koos ishii gidduu ni jiraata”+ jedha Yihowaan.’”

  • Zakkaariyaas 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaaniif ni lola,

      Isaan dhagoota furrisaa ni liqimsu, ni dhidhiitus.+

      Isaan ni dhugu, akka waan daadhii wayinii dhuganiittis ni wacu;

      Akka saanii golbootti,

      Akka goleewwan iddoo aarsaattis ni guutamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi