3 “Kunoo, ani ergamaa koo nan erga, innis na dura buʼee daandii ni qulqulleessa.+ Gooftaa dhugaan inni isin barbaaddattan akkuma tasaa gara mana qulqullummaa isaa ni dhufa;+ ergamaan kakuu sanaa inni isin itti gammaddanis ni dhufa. Kunoo, inni dhugumaan ni dhufa” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.