LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Hundi keenya akkuma hoolaa asii fi achi ni joorre,+

      Tokkoon tokkoon keenyas daandii mataa mataa keenyaa irra ni deemne,

      Yihowaanis balleessaan hunda keenyaa isa irra akka buʼu ni godhe.+

  • Maatewos 10:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yesuus namoota 12n kanaaf qajeelfama akkana jedhu kennee isaan erge:+ “Daandii gara saboota kaaniitti geessu irra hin deeminaa; akkasumas magaalaa warra Samaariyaa+ kamitti iyyuu hin seeninaa; 6 kanaa mannaa, gara hoolota mana Israaʼel keessaa badanii qofa dhaqaa.+

  • Hojii Ergamootaa 3:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Waaqayyo Tajaajilaa isaa erga kaasee booda, tokkoon tokkoon keessan hojii keessan isa hamaa irraa isin deebisee isin eebbisuuf jalqaba gara keessanitti isa ergeera.”+

  • Hojii Ergamootaa 13:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Achiis Phaawulosii fi Barnaabaas ija jabinaan akkana isaaniin jedhan: “Dubbiin Waaqayyoo jalqaba isinitti himamuun isaa barbaachisaa ture.+ Isin dubbicha fudhachuu diddanii jireenyi bara baraa akka isiniif hin malle ofuma keessanii waan murteessitaniif, kunoo nuti saboota kaaniif ni lallabna.+

  • Roomaa 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaqayyo dhuga qabeessa taʼuu isaa argisiisuuf Kiristoos warra dhaqna qabataniif tajaajilaa taʼuu isaa+ akka beektan nan barbaada; tajaajilaa kan taʼes waadaa inni abbootii isaaniitiif gale mirkaneessuuf,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi