LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 7:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti.

  • Luqaas 13:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Balbala isa dhiphaadhaan ol seenuuf carraaqqii guddaa godhaa;+ sababiin isaas, ani isinitti nan hima, namoonni hedduun itti galuu barbaadu, garuu hin dandaʼan.

  • Roomaa 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, Waaqayyo duratti qajeelota kan jedhaman warra seera dhagaʼan utuu hin taʼin, warra seera hojii irra oolchani dha.+

  • Yaaqoob 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi