-
Luqaas 23:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, namoonni walitti qabaman sun hundi kaʼanii Yesuusiin gara Philaaxositti geessan.+
-
-
Hojii Ergamootaa 13:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Taʼus, jiraattonni Yerusaalemii fi bulchitoonni isaanii isa hin beekne; kanaa mannaa, yeroo murtii kennanitti wanta Raajonni dubbatanii+ fi yeroo hunda sanbata sanbata sagalee guddaadhaan dubbifamu raawwataniiru. 28 Wanta duʼaaf isa geessisu tokko illee kan isa irratti hin arganne taʼus,+ Philaaxos akka isa ajjeesu cimsanii gaafatan.+
-