LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 28:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa+ keessatti argamuu fi Yesuus achitti akka wal argan isaanitti hime+ sanaa dhaqan.

  • Hojii Ergamootaa 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Inni erga dhiphatee booda, ragaawwan amansiisoo taʼan hedduudhaan jiraataa taʼuu isaa isaanitti of mulʼise.+ Guyyaa 40f yeroo baayʼee isaanitti mulʼatees, waaʼee Mootummaa Waaqayyoo dubbachaa ture.+

  • Hojii Ergamootaa 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bakka Buʼaa jireenyaa Isa Guddaa garuu ni ajjeestan.+ Haa taʼu malee Waaqayyo duʼaa isa kaase; nutis kanaaf ragoota dha.+

  • 1 Qorontos 15:4-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 akkasumas, ni awwaalame;+ eeyyee, akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan+ guyyaa sadaffaatti+ duʼaa ni kaafame;+ 5 achiis Keefaasitti,*+ sana boodas warra Kudha Lamaanitti mulʼate.+ 6 Achiis al tokkotti obboloota 500 caalanitti mulʼate;+ isaan keessaa tokko tokko duʼaniiru;* hedduun isaanii garuu amma iyyuu nuu wajjin jiru. 7 Sana booda Yaaqoobitti,+ achiis ergamoota hundatti mulʼate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi