LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 7:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Magaalattii keessaa erga gad isa baasanii booda dhagaadhaan isa tumuu jalqaban.+ Ragaa baatonnis+ uffata isaanii miila dargaggeessa Saaʼol jedhamu bira kaaʼatan.+

  • Hojii Ergamootaa 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saaʼolis Isxifaanos ajjeefamuu isaa irratti walii galee ture.+

      Guyyaa sanatti gumii Yerusaalem keessa jiru irratti ariʼatamni guddaan ni kaʼe; kanaafuu, ergamoota irraa kan hafe hundi isaanii naannoowwan Yihudaa fi Samaariyaa hundumaa keessa bittinnaaʼan.+

  • 1 Ximotewos 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 ani kanaan dura Waaqayyoon arrabsaa, saba isaa ariʼachaa fi of tuulaa kanan ture taʼus,+ inni kana naaf godheera. Taʼus, kana kanan godhe wallaalummaa fi amantii dhabuudhaan waan taʼeef gara laafina natti argisiiseera.

  • 1 Ximotewos 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbiin kun amanamaa fi guutummaatti fudhatama argachuu kan qabu dha: Kiristoos Yesuus gara addunyaa kan dhufe cubbamoota fayyisuufi.+ Isaan keessaa immoo cubbamaan hunda caalu ana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi