LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.

  • Hojii Ergamootaa 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Saaʼol garuu gumicha balleessuuf yaalii gochuu jalqabe. Mana tokkoo gara mana isa kan biraa dhaqee dhiirotas taʼan dubartoota harkisee baasuudhaan mana hidhaatti galcha ture.+

  • 1 Qorontos 15:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani gumii Waaqayyoo ariʼachaa waanan tureef,+ ergamoota hundumaatii gad kanan taʼee fi ergamaa jedhamee waamamuun kan naaf hin malle dha.

  • Galaatiyaa 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani dur amantii Yihudii+ keessatti akkamitti akkan jiraadhe, jechuunis gumii Waaqayyoo baayʼee* ariʼachaa fi miidhaa guddaa irraan gaʼaa akkan ture dhageessaniittu;+

  • 1 Ximotewos 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 ani kanaan dura Waaqayyoon arrabsaa, saba isaa ariʼachaa fi of tuulaa kanan ture taʼus,+ inni kana naaf godheera. Taʼus, kana kanan godhe wallaalummaa fi amantii dhabuudhaan waan taʼeef gara laafina natti argisiiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi