Hojii Ergamootaa 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu. Hojii Ergamootaa 15:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”
20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu.
29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”