LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 1:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 kana kan godhe iccitii qulqulluu+ waaʼee fedhii isaa ibsu nutti beeksisuudhaani. Iccitiin kunis kaayyoo isaa wajjin haala wal simuun wanta inni raawwachuu barbaadee wajjin kan wal qabate dha; 10 yeroon murteeffame yommuu xumuramutti bulchiinsa tokko hundeessuudhaan, wantoota hunda, jechuunis wantoota samii keessaa fi wantoota lafa irraa gara Kiristoositti walitti qaba.+ Eeyyee, karaa isaa wantoonni hundi walitti qabamu;

  • Qolosaayis 1:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 eeyyee, iccitii qulqulluun+ kun sirnoota* darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture.+ Amma garuu warra qulqulloota isaa taʼaniif ifa taʼeera;+ 27 Waaqayyo iccitii qulqulluu isa qabeenya ulfina qabeessa taʼe kana saboota gidduutti isaanitti beeksise. Iccitii qulqulluun+ kun Kiristoos isa isinii wajjin tokkummaa qabuu fi isin ulfina isaa irraa hirmaachuuf+ abdii qabdani dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi