-
Ibroota 4:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Lubni ol aanaan nuti qabnu, isa cubbuu qabaachuu baatus+ akkuma keenya karaa hundumaan qorame dha malee, isa dadhabina keenyatti nuuf gadduu hin dandeenye miti.+ 16 Kanaafuu, yeroo gargaarsi nu barbaachisutti gara laafinaa fi gaarummaa guddaa akka argannuuf, bilisummaadhaan+ gara teessoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatti haa dhihaannu.
-