LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Nuti hanga saʼaatii kanaatti ni beelofna,+ ni dheebonna,+ ni daarra,* ni reebamna,*+ manas hin qabnu;

  • 2 Qorontos 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kanaa mannaa, karaa hundumaan akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessina;+ kanas kan goonu, jabaannee dhaabbachuudhaan, rakkinaan, dhabaan, haalawwan rakkisoo taʼaniin,+

  • 2 Qorontos 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 akka gaddinetti ilaalamna, garuu yeroo hunda ni gammanna; akka hiyyeeyyiitti ilaalamna, garuu namoota hedduu sooreyyii goona; akka homaa hin qabnetti ilaalamna, garuu waan hundumaa qabna.+

  • 2 Qorontos 11:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 baayʼee dhamaʼeera, dadhabeeras, halkan hedduu hirriba malee buleera,+ beelaʼeera, dheebodheeras,+ yeroo baayʼee hagabuu taʼeera,+ dhaamodheera, akkasumas daareera.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi