2 kana malees, maqaa namootaa kan hin balleessine, lola kan hin jaallannee fi yaada ofiitti kan hin cichine,+ akkasumas namoota hundatti garraamummaa hundumaa kan argisiisan akka taʼan isaan yaadachiisi.+
17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha.