Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. 1 Pheexiros 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Inni gara samii waan dhaqeef, mirga Waaqayyoo jira;+ maleekonni, aangoowwanii fi humnoonni akka isaaf bitaman godhamaniiru.+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
22 Inni gara samii waan dhaqeef, mirga Waaqayyoo jira;+ maleekonni, aangoowwanii fi humnoonni akka isaaf bitaman godhamaniiru.+