LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 15:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Inni tortoru kun isa hin tortorre uffachuu qaba,+ inni duʼu kunis isa hin duune uffachuu qaba.+

  • 1 Pheexiros 1:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiif galanni haa taʼu; inni gara laafina isaa isa guddaadhaan, karaa duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoos+ abdii jiraataa+ taʼeef akka haaraatti akka dhalannu godheera;+ 4 kana kan godhe dhaala hin badne, hin xuroofnee fi hin mancaane akka argannuufi.+ Kunis samii keessatti isiniif kaaʼameera;+

  • 1 Yohaannis 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Obboloota jaallatamo, nuti amma ijoollee Waaqayyoo ti;+ taʼus, gara fuulduraatti maal akka taanu amma iyyuu hin mulʼifamne.+ Yommuu inni mulʼifamu akka isaa akka taanu beekna; sababiin isaas, yeroo sanatti dhuguma isa ni argina.

  • Mulʼata 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Warri duʼaa kaʼuu isa jalqabaa keessaa qooda qaban hundi gammadoo fi qulqulloota dha;+ duuti inni lammaffaan+ isaan irratti aangoo hin qabu;+ kanaa mannaa, isaan luboota+ Waaqayyoo fi luboota Kiristoos taʼu; mootota taʼaniis waggaa 1,000f isaa wajjin ni bulchu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi