LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 3:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Waaqayyo namoota dhiiga isaatti amananiif+ aarsaa araaraa godhee isa dhiheesseera.+ Kana kan godhe, Waaqayyo cubbuuwwan baroota darbanitti hojjetamaniif obsa isaatiin dhiifama gochuudhaan qajeelummaa isaa argisiisuuf jedhee ti.

  • Efesoon 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+

  • Ibroota 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+

  • Ibroota 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 kanaafuu, qalbii hamaa irraa qulqullaaʼuudhaaf+ garaa keenyatti facaafannee, akkasumas qaama keenya bishaan qulqulluudhaan dhiqannee+ garaa qulqulluu fi amantii guutuudhaan Waaqayyotti haa dhihaannu.

  • Mulʼata 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Akkasumas, Yesuus Kiristoos isa “Dhugaa Baatuu Amanamaa,”+ “warra duʼan keessaa angafa”+ taʼee fi “Bulchaa mootota lafaa”+ taʼe irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu.

      Isa nu jaallatee+ fi dhiiga ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu baase+ sanaaf,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi