LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Ximotewos

      • “Tajaajila kee guutummaatti raawwadhu” (1-5)

        • Hinaaffaadhaan dubbicha lallabi (2)

      • “Lola isa gaarii loleera” (6-8)

      • Wanta Phaawulos haala keessa jiru ilaalchisee dubbate (9-18)

      • Nagaa xumuraa (19-22)

2 Ximotewos 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 6:14, 15; 1Ph 5:4
  • +Mul 11:15; 12:10
  • +Yoh 5:28, 29; HoE 10:42
  • +Yoh 5:22; HoE 17:31; 2Qo 5:10

2 Ximotewos 4:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 2:15
  • +1Xi 5:20; Tit 1:7, 9, 13; 2:15
  • +2Xi 2:24, 25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 198

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 15-16

    1/15/2008, ful. 8-9

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 266

2 Ximotewos 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayya qabeessa; faayida qabeessa.”

  • *

    Ykn., “wanta isaan dhagaʼuu barbaadan isaanitti himan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:9, 10
  • +1Xi 4:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 15-16

2 Ximotewos 4:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 17-18

2 Ximotewos 4:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “misiraachicha lallabuu kee itti fufi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 1:8; 2:3
  • +Rom 15:19; Qol 1:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2019, ful. 2-7

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 16-17

2 Ximotewos 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 28:6, 7
  • +Flp 1:23

2 Ximotewos 4:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:26; 1Xi 6:12
  • +Flp 3:14

2 Ximotewos 4:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:25; Yaq 1:12
  • +Yoh 5:22
  • +1Ph 5:4; Mul 2:10

2 Ximotewos 4:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 4:14; Flm 23, 24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2018, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2015, ful. 16

2 Ximotewos 4:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 134

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2010, ful. 8-9

2 Ximotewos 4:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:21; Qol 4:7

2 Ximotewos 4:13

Miiljaleewwan

  • *

    Maraawwan kitaabaa gogaa irraa qopheeffaman argisiisa.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2011, ful. 18-19

    9/15/2008, ful. 31

    5/15/2008, ful. 22

2 Ximotewos 4:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:4; 62:12; Fak 24:12

2 Ximotewos 4:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 24-25

2 Ximotewos 4:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:15
  • +Fr 22:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 24-26, 28

2 Ximotewos 4:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 20:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 25

2 Ximotewos 4:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:3
  • +2Xi 1:16

2 Ximotewos 4:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 19:22
  • +HoE 21:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2015, ful. 25

2 Ximotewos 4:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2012, ful. 12-13

Yaada Wal Simu

2Xim. 4:11Xi 6:14, 15; 1Ph 5:4
2Xim. 4:1Mul 11:15; 12:10
2Xim. 4:1Yoh 5:28, 29; HoE 10:42
2Xim. 4:1Yoh 5:22; HoE 17:31; 2Qo 5:10
2Xim. 4:22Xi 2:15
2Xim. 4:21Xi 5:20; Tit 1:7, 9, 13; 2:15
2Xim. 4:22Xi 2:24, 25
2Xim. 4:31Xi 1:9, 10
2Xim. 4:31Xi 4:1
2Xim. 4:52Xi 1:8; 2:3
2Xim. 4:5Rom 15:19; Qol 1:25
2Xim. 4:6Lak 28:6, 7
2Xim. 4:6Flp 1:23
2Xim. 4:71Qo 9:26; 1Xi 6:12
2Xim. 4:7Flp 3:14
2Xim. 4:81Qo 9:25; Yaq 1:12
2Xim. 4:8Yoh 5:22
2Xim. 4:81Ph 5:4; Mul 2:10
2Xim. 4:10Qol 4:14; Flm 23, 24
2Xim. 4:12Efe 6:21; Qol 4:7
2Xim. 4:14Fr 28:4; 62:12; Fak 24:12
2Xim. 4:17HoE 9:15
2Xim. 4:17Fr 22:21
2Xim. 4:18Mul 20:4
2Xim. 4:19Rom 16:3
2Xim. 4:192Xi 1:16
2Xim. 4:20HoE 19:22
2Xim. 4:20HoE 21:29
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Ximotewos 4:1-22

Ximotewos Lammaffaa

4 Waaqayyo durattii fi Kiristoos Yesuus isa karaa mulʼachuu isaa+ fi Mootummaa isaatiin+ warra jiranii fi warra duʼan+ irratti murteessuuf jedhu+ duratti cimseen kana si ajaja: 2 Dubbicha lallabi;+ yeroo mijaaʼaa taʼettis taʼe yeroo rakkisaa taʼetti hinaaffaadhaan lallabi; obsa hundumaa fi ogummaa barsiisuutiin balleessaa hubachiisi,+ cimsii akeekkachiisi, akkasumas cimsii gorsi.+ 3 Sababiin isaas, yeroon namoonni barumsa gaarii*+ taʼe itti hin obsine ni dhufa; kanaa mannaa, akka fedhii isaaniitti barsiisota gurra isaanii isaaniif qirqirsan* walitti qabatu.+ 4 Isaan dhugaa dhaggeeffachuu irraa garagaluudhaan, seenaa sobaatiif xiyyeeffannaa kennu. 5 Ati garuu wantoota hundumaa keessatti dandeettii hubannaa kee eeggadhu, rakkina keessatti jabaadhuu dhaabbadhu,+ hojii lallabaan wangeelaa hojjetu hojjedhu,* tajaajila kee guutummaatti raawwadhu.+

6 Ani amma iyyuu akka aarsaa dhugaatiitti dhangalaafamaan jira;+ yeroon itti gadhiifamus+ baayʼee dhihoo dha. 7 Lola isa gaarii loleera,+ dorgommicha irratti hamma dhumaatti fiigeera,+ amantiis eegeera. 8 Ammaa jalqabee gonfoon qajeelinaa,+ Gooftaan inni abbaa murtii+ qajeelaa taʼe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaʼeera;+ taʼus warra mulʼachuu isaa hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.

9 Ariitiidhaan gara koo dhufuuf wanta sii dandaʼame hunda godhi. 10 Sababiin isaas, Deemaas+ sirna* ammaa kana jaallatee na dhiisee gara Tasalonqee deemeera; Qeerqis gara Galaatiyaa, Tiitoon immoo gara Dalmaaxiyaa deemaniiru. 11 Luqaas qofatu na bira jira. Maarqos tajaajilaaf waan na fayyaduuf isa fidii kottu. 12 Tikiqoosiin+ immoo gara Efesoonitti ergeera. 13 Yeroo dhuftu waaroo isan Xiroʼaasitti Kaarphos biratti dhiisee fi maraawwan kitaabaa, keessumaa immoo biraannaawwan* sana fidii kottu.

14 Iskindir inni sibiila diimaa tumu miidhaa guddaa na irra geessise. Yihowaan* akka hojii isaatti isaaf deebisa.+ 15 Inni ergaa keenya garmalee waan mormuuf atis isa irraa of eegi.

16 Yeroo falmii koo isa jalqabaatti namni tokko illee na cinaa hin dhaabbanne; kanaa mannaa, hundi isaanii na dhiisanii deeman; Waaqayyo kana isaanitti hin lakkaaʼin. 17 Taʼus, hojiin lallabaa karaa koo guutummaatti akka raawwatamuu fi saboonni hundi akka dhagaʼaniif, Gooftaan na bira dhaabbatee humna naaf kenne;+ anis afaan leencaa keessaa ooleera.+ 18 Gooftaan hojii hamaa hundumaa irraa na oolcha, Mootummaa isaa isa samiittis na galcha.+ Baraa hamma bara baraatti ulfinni isaaf haa taʼu. Ameen.

19 Phirisqaa fi Aqiilaatti,+ akkasumas maatii Oneesiforositti+ nagaa koo naaf himi.

20 Eraasxos+ Qorontositti hafe, Xirofimoos+ garuu waan dhukkubsateef Milexosittan isa dhiise. 21 Utuu ganni hin seenin dhufuuf waan sii dandaʼame hunda godhi.

Yubuloos nagaa siif dhaameera, Phudenis, Liinos, Qilaawudiyaanii fi obboloonni hundi nagaa siif dhaamaniiru.

22 Gooftaan hafuura ati argisiistuu wajjin haa taʼu. Gaarummaan isaa inni guddaan isinii wajjin haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi