Faarfannaa 28:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Akkuma gocha hamminaa isaaniitti,Wanta raawwatan isaanitti deebisi.+ Akkuma isaan godhanittis,Hojii harka isaanii isaaniif deebisi.+ Faarfannaa 62:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+ Fakkeenya 24:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+
4 Akkuma gocha hamminaa isaaniitti,Wanta raawwatan isaanitti deebisi.+ Akkuma isaan godhanittis,Hojii harka isaanii isaaniif deebisi.+
12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+
12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+