LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 26
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Amanamummaadhaan deddeebiʼuu

        • “Yaa Yihowaa, na sakattaʼi” (2)

        • Michoota hamoo irraa fagaachuu (4, 5)

        • ‘Iddoo aarsaa Waaqaatti nan naannaʼa’ (6)

Faarfannaa 26:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:3
  • +Fr 21:7

Faarfannaa 26:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Miira koo isa gad fagoo.” Kal., “Kalee koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:3; 66:10

Faarfannaa 26:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 43:3; 86:11

Faarfannaa 26:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wajjin hin taaʼu.”

  • *

    Ykn., “Warra fakkeessitoota taʼanitti hin makamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 15:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 15

Faarfannaa 26:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wajjin taaʼuus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:21
  • +Fr 1:1

Faarfannaa 26:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23; 95:2

Faarfannaa 26:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 27:4; 63:2

Faarfannaa 26:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Ykn., “dhiiga dhangalaasanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:29

Faarfannaa 26:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Na furi.”

Faarfannaa 26:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaaʼiiwwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:9; Fak 10:9
  • +Fr 111:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 10

Yaada Wal Simu

Far. 26:12Mo 20:3
Far. 26:1Fr 21:7
Far. 26:2Fr 17:3; 66:10
Far. 26:3Fr 43:3; 86:11
Far. 26:4Er 15:17
Far. 26:5Fr 139:21
Far. 26:5Fr 1:1
Far. 26:7Fr 50:23; 95:2
Far. 26:81Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 27:4; 63:2
Far. 26:91Sa 25:29
Far. 26:121Sa 2:9; Fak 10:9
Far. 26:12Fr 111:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 26:1-12

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

26 Yaa Yihowaa, ani amanamummaa kootiin waanan deddeebiʼeef murtii naaf kenni;+

Ani utuun asii fi achi hin jedhin Yihowaa amanadheera.+

 2 Yaa Yihowaa, na sakattaʼi, na qoris;

Yaada keessa koo jiruu* fi garaa koo qulqulleessi.+

 3 Jaalalli kee inni amanamaan yeroo hundumaa na dura jira,

Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+

 4 Namoota gowwoomsaa raawwatanii wajjin michuu hin taʼu,*+

Warra eenyummaa isaanii dhoksan irraas nan fagaadha.*

 5 Namoota hamoo taʼanii wajjin taʼuu nan jibba,+

Namoota jalʼoo taʼanii wajjin michuu taʼuus* hin barbaadu.+

 6 Yaa Yihowaa, qulqulluu taʼuu koo argisiisuuf harka koo nan dhiqadha,

Iddoo aarsaa keettis nan naannaʼa;

 7 Kanas kanan godhu, sagaleen galataa akka dhagaʼamu gochuuf,+

Hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan hundumaas labsuufi.

 8 Yaa Yihowaa, mana ati keessa jiraattu,

Bakka ulfinni kee jirus nan jaalladha.+

 9 Cubbamootaa wajjin haxooftee na* hin balleessin,+

Namoota jalʼoota taʼanii* wajjinis lubbuu koo hin fudhatin;

10 Harki isaanii gochawwan qaanessaa taʼan ni raawwata,

Harki mirgaa isaaniis mattaʼaadhaan guutameera.

11 Ani garuu amanamummaa kootiin nan deddeebiʼa.

Na oolchi,* gaarummaas natti argisiisi.

12 Miilli koo lafa wal qixa taʼe irra dhaabbateera;+

Gumii guddaa* keessatti Yihowaa nan jajadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi