LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 110
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Mootii fi luba akka Malkiseedeq

        • “Diinota kee gidduutti bulchi” (2)

        • Dargaggoonni fedhiidhaan of dhiheessan akka fixeensaa ti (3)

Faarfannaa 110:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 22:43, 44; Mar 12:36; Luq 20:42, 43; HoE 2:34, 35; 1Qo 15:25; Ibr 1:3, 13; 10:12, 13
  • +Rom 8:34; Efe 1:20; Ibr 8:1; 12:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 9

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 232

    Yesuus—Karaa, ful. 252

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2012, ful. 26

Faarfannaa 110:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:8, 9; 45:4, 5; Mat 28:18; Mul 6:2; 12:5; 19:11, 15

Faarfannaa 110:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Guyyaa raayyaan waraanaa kee sochoʼutti.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 55

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 69-75

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 12

Faarfannaa 110:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gaabbu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 14:18; Ibr 5:5, 6; 6:19, 20; 7:3, 11
  • +Ibr 7:21, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 232

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2012, ful. 26

Faarfannaa 110:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8
  • +Fr 2:2; Rom 2:5; Mul 11:18; 19:19

Faarfannaa 110:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gidduutti.”

  • *

    Kal., “Mataa.”

  • *

    Ykn., “guutummaa lafaas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:6
  • +Er 25:31-33

Faarfannaa 110:7

Miiljaleewwan

  • *

    Isa lakk. 1 irratti, “Gooftaa koo” jedhame argisiisa.

Yaada Wal Simu

Far. 110:1Mat 22:43, 44; Mar 12:36; Luq 20:42, 43; HoE 2:34, 35; 1Qo 15:25; Ibr 1:3, 13; 10:12, 13
Far. 110:1Rom 8:34; Efe 1:20; Ibr 8:1; 12:2
Far. 110:2Fr 2:8, 9; 45:4, 5; Mat 28:18; Mul 6:2; 12:5; 19:11, 15
Far. 110:4Uma 14:18; Ibr 5:5, 6; 6:19, 20; 7:3, 11
Far. 110:4Ibr 7:21, 28
Far. 110:5Fr 16:8
Far. 110:5Fr 2:2; Rom 2:5; Mul 11:18; 19:19
Far. 110:6Fr 79:6
Far. 110:6Er 25:31-33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 110:1-7

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

 2 Yihowaan, “Diinota kee gidduutti bulchi”+ jedhee,

Ulee mootii aangoo kee argisiisu Xiyoon keessaa ni hiixata.

 3 Guyyaa humna waraanaa kee geggeessitutti* sabni kee fedhiidhaan of dhiheessa.

Tuutni dargaggoota keetii akka fixeensa barraaqa buʼuu ti.

Bifti isaanii ulfina qabeessaa fi qulqulluu dha.

 4 Yihowaan, “Ati akkuma Malkiseedeq+

Bara baraaf luba dha!”+ jedhee kakateera,

Yaada isaas hin jijjiiru.*

 5 Yihowaan karaa harka mirgaa kee ni taʼa;+

Guyyaa dheekkamsa isaattis mootota ni caccabsa.+

 6 Saboota irratti* murtii ni dabarsa;+

Lafas reeffaan ni guuta.+

Bulchaa* biyya balʼaas* ni caccabsa.

 7 Inni* burqaa daandii qarqara jiru irraa ni dhuga.

Kanaafuu, mataa isaa ol ni qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi