LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 128
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Gammachuu Yihowaa sodaachuudhaan argamu

        • Haadha manaa akkuma muka wayinii firii godhatuu taate (3)

        • “Yerusaalem yommuu badhaadhina argattu kan argitu taʼi” (5)

Faarfannaa 128:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:1; Mik 6:8
  • +Fr 112:1; Ibr 5:7

Faarfannaa 128:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 5:18; Isa 65:22

Faarfannaa 128:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:26; Fr 127:3

Faarfannaa 128:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 127:4, 5

Faarfannaa 128:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 122:6; Isa 33:20

Yaada Wal Simu

Far. 128:1Fr 119:1; Mik 6:8
Far. 128:1Fr 112:1; Ibr 5:7
Far. 128:2Lal 5:18; Isa 65:22
Far. 128:3Bau 23:26; Fr 127:3
Far. 128:4Fr 127:4, 5
Far. 128:5Fr 122:6; Isa 33:20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 128:1-6

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.

128 Namni Yihowaa sodaatu,

Namni daandiiwwan isaa irra deemu+ hundi gammadaa dha.+

 2 Wanta harka keetiin itti dhamaatee argatte ni nyaatta.

Ni gammadda, badhaadhinas ni argatta.+

 3 Haati manaa tee mana kee keessatti akkuma muka wayinii firii godhatuu ni taati;+

Ilmaan kees naannoo maaddii keetti akkuma latiiwwan muka ejersaa ni taʼu.

 4 Kunoo, namni Yihowaa sodaatu

Akka kanatti eebbifama.+

 5 Yihowaan Xiyoon keessaa si eebbisa.

Bara jireenyaa kee hundumaatti Yerusaalem yommuu badhaadhina argattu kan argitu taʼi;+

 6 Ilmaan ilmaan keetiis kan argitu taʼi.

Israaʼel irra nagaan haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi