LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 45
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Cidha mootii dibamee

        • Dubbiin isaa gaarummaa qaba (2)

        • “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna” (6)

        • Miidhaginni misirrittii mooticha hawwateera (11)

        • Ilmaan guutummaa lafaa irratti bulchitoota taʼanii muudaman (16)

Faarfannaa 45:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Faarfannaa 45:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hojiiwwan.”

  • *

    Ykn., “barreessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:6
  • +Isa 8:1
  • +2Sa 23:2; Iz 7:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 3-4

Faarfannaa 45:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:46
  • +Fr 72:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 4

Faarfannaa 45:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:6
  • +Ibr 1:3
  • +Mul 1:16; 19:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 5

Faarfannaa 45:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “milkaaʼinaaf.”

  • *

    Kal., “si barsiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 6:2
  • +Mul 19:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 3-4

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 5-7

    11/15/2012, ful. 14

Faarfannaa 45:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:9; 2Ta 1:7, 8
  • +Mul 17:14; 19:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 7

Faarfannaa 45:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “teessoo kee ti.”

  • *

    Ykn., “haqaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:29, 36
  • +Isa 11:4; Er 33:15; Ibr 1:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 5

Faarfannaa 45:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 7:26
  • +Mat 7:23
  • +Fr 21:6
  • +Isa 61:1; HoE 10:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 67-68

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 4-5

Faarfannaa 45:8

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuu mukaa foolii urgaaʼu qabuu fi bara duriitti akka urgooftuutti tajaajilu dha.

  • *

    Muka akaakuu qarafaa taʼe.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 9

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2093

Faarfannaa 45:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 13:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 9

Faarfannaa 45:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 9

Faarfannaa 45:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 9

Faarfannaa 45:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 11

Faarfannaa 45:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “miidhagdee keessa teesseetti.”

  • *

    Kal., “foʼaa warqii irraa tolfameen.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 9-10

Faarfannaa 45:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “qamisii.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 10, 11-12

Faarfannaa 45:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 32:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 12

Faarfannaa 45:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 12

Yaada Wal Simu

Far. 45:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 45:1Fr 2:6
Far. 45:1Isa 8:1
Far. 45:12Sa 23:2; Iz 7:6
Far. 45:2Yoh 7:46
Far. 45:2Fr 72:17
Far. 45:3Isa 9:6
Far. 45:3Ibr 1:3
Far. 45:3Mul 1:16; 19:15
Far. 45:4Mul 6:2
Far. 45:4Mul 19:11
Far. 45:5Fr 2:9; 2Ta 1:7, 8
Far. 45:5Mul 17:14; 19:19
Far. 45:6Fr 89:29, 36
Far. 45:6Isa 11:4; Er 33:15; Ibr 1:8, 9
Far. 45:7Ibr 7:26
Far. 45:7Mat 7:23
Far. 45:7Fr 21:6
Far. 45:7Isa 61:1; HoE 10:38
Far. 45:9Isa 13:12
Far. 45:16Isa 32:1
Far. 45:17Fr 72:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 45:1-17

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; “Abaaboowwaniin.” Faarfannaa ilmaan Qoraa.+ Maaskiil.* Faarfannaa jaalalaa.

45 Wanti gaariin tokko garaa koo kakaaseera.

“Faarfannaan* koo waaʼee mootii ti”+ nan jedha.

Arrabni koo akka qalama+ garagalchituu* dandeettii qabuu+ haa taʼu.

 2 Ilmaan namootaa keessaa ati hunda caalaa bareedaa dha.

Afaan kee keessaa dubbiin gaarummaa ni dhangalaʼa.+

Waaqayyo bara baraaf kan si eebbise kanaafi.+

 3 Yaa isa jabaa nana,+ ulfinaa fi simboo keetiin,+

Goraadee kee mudhii keetti hidhadhu.+

 4 Simboo keetiin injifannoodhaaf* qajeeli;+

Dhugaadhaaf, gad of qabuu fi qajeelummaadhaaf jedhiitii gulufi,+

Harki kee mirgaa wantoota sodaachisoo taʼan ni raawwata.*

 5 Xiyyawwan kee qara waan taʼaniif, namoota si duratti ni kukuffisu;+

Onnee diinota mootichaas ni waraanu.+

 6 Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna;*+

Uleen mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.+

 7 Ati qajeelummaa jaallattee+ jalʼina jibbite.+

Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin+ kan si dibe kanaafi.+

 8 Uffatawwan kee hundi urgaa qumbii, argisaa* fi qaasiyaa* qabu;

Mana mootummaa guddaa ilka arbaa irraa tolfame keessaa meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban si gammachiisu.

 9 Ijoolleen durbaa moototaa giiftiiwwan ulfinaa kee keessaa tokko dha.

Mootittiin warqii Ofiiriin+ miidhagfamtee harka mirgaa keetiin dhaabbatteetti.

10 Yaa intala too, dhagaʼi, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu, gurra kees as qabi;

Saba kee fi mana abbaa keetii irraanfadhu.

11 Miidhaginni kee mooticha hawwateera,

Inni gooftaa kee waan taʼeef,

Isaaf sagadi.

12 Intalli Xiiros kennaa fiddee dhufti;

Namoonni hunda caalaa sooreyyii taʼanis si biratti fudhatama argachuu barbaadu.

13 Intalli mootichaa baayʼee miidhagdee mana mootummaa keessa teesseetti;*

Uffanni ishiis warqiidhaan* miidhagfameera.

14 Ishiin uffata* xilfiin irratti dhaʼame uffattee gara mootichaatti geeffamti.

Durboonni michoota ishii taʼanii fi ishii duukaa buʼanis si duratti dhiheeffamu.

15 Isaan ililchuudhaan, gammachuudhaanis si duratti dhiheeffamu;

Gara mana mootummaa mootichaattis ni seenu.

16 Ilmaan kee iddoo abbootii keetii ni fudhatu.

Atis guutummaa lafaa irratti bulchitoota gootee isaan muudda.+

17 Ani dhaloota dhufu hundumaa keessatti maqaa kee nan beeksisa.+

Namoonni baraa hamma bara baraatti kan si jajatan kanaafi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi