LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 122
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa nagaa Yerusaalemiif dhihaate

        • Gammachuu gara mana Yihowaa dhaquudhaan argamu (1)

        • Magaalaa wal qabattee tokko taate (3)

Faarfannaa 122:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 6:15; Fr 27:4; 42:4; 84:10

Faarfannaa 122:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 6:6; Fr 84:7; 100:4

Faarfannaa 122:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2014, ful. 24

Faarfannaa 122:4

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:17; Kes 12:5, 6

Faarfannaa 122:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:16; 1Mo 10:18; 1Se 29:23
  • +Kes 17:8, 9; 2Se 19:8

Faarfannaa 122:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:18

Faarfannaa 122:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dallaawwan kee warra jajjaboo.”

Faarfannaa 122:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:3; Fr 26:8; 69:9

Yaada Wal Simu

Far. 122:12Sa 6:15; Fr 27:4; 42:4; 84:10
Far. 122:22Se 6:6; Fr 84:7; 100:4
Far. 122:32Sa 5:9
Far. 122:4Bau 23:17; Kes 12:5, 6
Far. 122:52Sa 7:16; 1Mo 10:18; 1Se 29:23
Far. 122:5Kes 17:8, 9; 2Se 19:8
Far. 122:6Fr 51:18
Far. 122:91Se 29:3; Fr 26:8; 69:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 122:1-9

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu. Faarfannaa Daawit.

122 “Gara mana Yihowaa haa dhaqnu!”

Yommuu naan jedhan nan gammade.+

 2 Ammas yaa Yerusaalem,

Miilli keenya karrawwan kee keessa dhaabbateera.+

 3 Yerusaalem akka magaalaa wal qabattee

Tokko taateetti ijaaramteetti.+

 4 Gosoonni, gosoonni Yaah,*

Akka yaadachiisa Israaʼeliif kennameetti,

Maqaa Yihowaatiif galata galchuuf,

Gara ishiitti ol baʼaniiru.+

 5 Sababiin isaas, teessoowwan murtii,

Teessoowwan mana Daawit+ achi dhaabamaniiru.+

 6 Nagaa Yerusaalemiif kadhadhaa.+

Yaa magaalaa nana, warri si jaallatan tasgabbii argatu.

 7 Yeroo hunda nagaan dallaawwan ittisaa kee* keessa,

Tasgabbiinis masaraawwan kee warra ciccimoo taʼan keessa haa jiraatu.

 8 Ani obboloota koo fi michoota kootiif jedhee,

“Nagaan si keessa haa jiraatu” nan jedha.

 9 Mana Waaqa keenya Yihowaatiif jedhee,+

Wanta gaarii siif nan hawwa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi