LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa gaarummaa Waaqaa argachuuf dhihaate

        • Warri duʼan Waaqa hin jajatan (5)

        • Waaqni kadhannaa gaarummaa isaa argachuuf dhihaate ni dhagaʼa (9)

Faarfannaa 6:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2096

Faarfannaa 6:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:1; Er 10:24

Faarfannaa 6:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gara laafina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:4; 103:2, 3

Faarfannaa 6:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:38, 39
  • +Fr 13:1, 2

Faarfannaa 6:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:15
  • +Fr 119:88; Fru 3:22

Faarfannaa 6:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin yaadatan.”

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 30:9; 115:17; Lal 9:5, 10

Faarfannaa 6:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sireen koo akka bishaan daaku nan godha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:3
  • +Fr 39:12

Faarfannaa 6:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni dulloome.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:9

Faarfannaa 6:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:4; 145:18, 19; Ibr 5:7

Faarfannaa 6:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:22; 40:1; Yon 2:2

Faarfannaa 6:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:14; Er 20:11

Yaada Wal Simu

Far. 6:1Fr 38:1; Er 10:24
Far. 6:2Fr 41:4; 103:2, 3
Far. 6:3Mat 26:38, 39
Far. 6:3Fr 13:1, 2
Far. 6:4Fr 50:15
Far. 6:4Fr 119:88; Fru 3:22
Far. 6:5Fr 30:9; 115:17; Lal 9:5, 10
Far. 6:6Fr 69:3
Far. 6:6Fr 39:12
Far. 6:7Fr 31:9
Far. 6:8Fr 3:4; 145:18, 19; Ibr 5:7
Far. 6:9Fr 31:22; 40:1; Yon 2:2
Far. 6:10Fr 40:14; Er 20:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 6:1-10

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; rukuttaa Shaminiitiin* meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Faarfannaa Daawit.

6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin na hin adabin,

Aarii keetiinis sirreeffama naaf hin kennin.+

 2 Yaa Yihowaa, humni koo dadhabaa waan jiruuf gaarummaa* natti argisiisi.

Yaa Yihowaa, lafeen koo hollachaa waan jiruuf na fayyisi.+

 3 Eeyyee, ani* baayʼee jeeqameera,+

Yaa Yihowaa, kun hamma yoomiitti itti fufa?+ jedheen si gaafadha.

 4 Yaa Yihowaa, deebiʼii na* baraari;+

Jaalala kee isa amanamaadhaaf jedhiitii na oolchi.+

 5 Warri duʼan maqaa kee hin dhaʼan;*

Awwaala* keessatti hoo kan si jajatu eenyu?+

 6 Aaduu koo irraa kan kaʼe bututeera;+

Halkan guutuu siree koo imimmaaniin nan jiisa;*

Iddoo ciisichaa koos booʼichaan nan dhiqa.+

 7 Gadda koo irraa kan kaʼe ijji koo ni dadhabe;+

Warra na miidhan hundumaatiin kan kaʼes ni dukkanaaʼe.*

 8 Yihowaan sagalee booʼicha kootii waan dhagaʼuuf,+

Isin warri hammina raawwattan hundi na biraa deemaa.

 9 Yihowaan gaaffii ani gaarummaa isaa argachuuf dhiheessu ni dhagaʼa;+

Yihowaan kadhannaa kootiif deebii ni kenna.

10 Diinonni koo hundi ni qaanaʼu, ni jeeqamus;

Isaan hatattamaan salphatanii duubatti deebiʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi