LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miikiyaas

      • Murtii Samaariyaa fi Yihudaa irratti dabarfame (1-16)

        • Cubbuu fi fincilli rakkina uume (5)

Miikiyaas 1:1

Miiljaleewwan

  • *

    Maqaan Mikaaʼel (“Kan Akka Waaqayyoo Eenyu?” jechuu dha) ykn Mikaayaa (“Kan Akka Yihowaa Eenyu?” jechuu dha) jedhu gabaabfamee yommuu barreeffamu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:1; Hos 1:1
  • +2Mo 15:32-34; 2Se 27:1, 2
  • +2Mo 16:1, 2
  • +2Mo 18:1-3; 2Se 29:1, 2
  • +Er 26:18

Miikiyaas 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:7

Miikiyaas 1:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirreewwan gad buʼoonis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:5; Fr 97:5

Miikiyaas 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:7, 8
  • +Hos 7:1
  • +2Mo 16:2, 4

Miikiyaas 1:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “nan dhangalaasa.”

Miikiyaas 1:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mindaan sagaagalummaa ishii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:30; Hos 8:6
  • +Hos 2:5; 9:1

Miikiyaas 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:19
  • +Isa 20:2

Miikiyaas 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:5, 6; Er 15:18
  • +2Mo 18:13; Isa 8:7, 8
  • +2Se 32:2; Mik 1:12

Miikiyaas 1:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mana.”

Miikiyaas 1:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “jiraattuu.”

  • *

    Kal., “Jiraattuun.”

Miikiyaas 1:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Jiraattuun.”

Miikiyaas 1:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “jiraattuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 39; 2Mo 18:14
  • +1Mo 14:16; 2Mo 16:2, 3; Er 3:8

Miikiyaas 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 44

Miikiyaas 1:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “jiraattuu.”

  • *

    Ykn., “saamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 11:5, 8
  • +Isa 7:17
  • +Nah 11:25, 30

Miikiyaas 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:41; 2Mo 17:6; Isa 39:7

Yaada Wal Simu

Mik. 1:1Isa 1:1; Hos 1:1
Mik. 1:12Mo 15:32-34; 2Se 27:1, 2
Mik. 1:12Mo 16:1, 2
Mik. 1:12Mo 18:1-3; 2Se 29:1, 2
Mik. 1:1Er 26:18
Mik. 1:2Fr 50:7
Mik. 1:4Abo 5:5; Fr 97:5
Mik. 1:52Mo 17:7, 8
Mik. 1:5Hos 7:1
Mik. 1:52Mo 16:2, 4
Mik. 1:7Lew 26:30; Hos 8:6
Mik. 1:7Hos 2:5; 9:1
Mik. 1:8Er 4:19
Mik. 1:8Isa 20:2
Mik. 1:9Isa 1:5, 6; Er 15:18
Mik. 1:92Mo 18:13; Isa 8:7, 8
Mik. 1:92Se 32:2; Mik 1:12
Mik. 1:13Iya 15:20, 39; 2Mo 18:14
Mik. 1:131Mo 14:16; 2Mo 16:2, 3; Er 3:8
Mik. 1:14Iya 15:20, 44
Mik. 1:152Se 11:5, 8
Mik. 1:15Isa 7:17
Mik. 1:15Nah 11:25, 30
Mik. 1:16Kes 28:41; 2Mo 17:6; Isa 39:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miikiyaas 1:1-16

Miikiyaas

1 Bara mootota Yihudaa+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Miikiyaas*+ isa nama Moresheet dhufee fi inni waaʼee Samaariyaa fi Yerusaalem mulʼataan arge isa kana:

 2 “Yaa namoota nana, dhagaʼaa!

Laftii fi ishii keessa kan guuttanis xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa,

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan,

Eeyyee, Yihowaan mana qulqullummaa isaa keessaa isin irratti ragaa haa baʼu.+

 3 Sababiin isaas, kunoo, Yihowaan iddoo isaatii gad ni baʼa;

Inni gad buʼee iddoowwan ol kaʼoo lafaa irra ni ejjeta.

 4 Akkuma gagaan ibidda duratti taʼu,

Akkuma bishaan irraan gadee irra gad dhangalaʼutti,

Gaaronni isa jalatti ni baqu,+

Sululawwanis* ni baqaqu.

 5 Kun hundi kan taʼu fincila Yaaqoobiin,

Cubbuu mana Israaʼeliin kan kaʼe dha.+

Fincilli Yaaqoob maali dha?

Samaariyaa mitii?+

Iddoowwan ol kaʼoon Yihudaa hoo maal faʼi?+

Yerusaalem mitii?

 6 Ani Samaariyaa tuullaa diiggaa dirree keessa jiru,

Akkasumas iddoo muka wayinii dhaaban nan godha;

Dhagoota ishii sululatti gad nan darbadha,*

Buʼuurawwan ishiis qullaatti nan hambisa.

 7 Fakkiiwwan ishii warri bocamanii tolfaman hundi ni caccabsamu,+

Kennaawwan ishiin akka gatiitti fudhatte* hundi ibiddaan ni gubamu.+

Waaqolii tolfamoo ishii hundumaa nan balleessa.

Wantoota kana kan walitti qabatte mindaa sagaagalummaa ishiitiin argatteen waan taʼeef,

Ammas isaan mindaa sagaagaltuudhaaf kennamu ni taʼu.”

 8 Kanaan kan kaʼes ani nan gadooda, nan aadas;+

Miila duwwaa fi qullaa koo nan deema.+

Akkuma sardiidaatti nan iyya,

Akkuma guchiittis nan gadda.

 9 Sababiin isaas, madaan ishii fayyuu hin dandaʼu;+

Yihudaa biras gaʼeera.+

Dhaʼichi sun hamma karra saba kootti, hamma Yerusaalemitti babalʼateera.+

10 “Kana Gaat keessatti hin beeksisinaa;

Matumaa hin booʼinaa.

Beet* Afraatti biyyoo keessa gangaladhaa.

11 Yaa jiraattota* Shaafiir, qullaa keessan salphinaan ceʼaa.

Jiraattonni* Zaʼaanaan gad hin baane.

Beet Ezeel keessa booʼichi ni jiraata; ishiinis isin gargaaruu ni dhiisti.

12 Jiraattonni* Maarot wanta gaarii eeggatan,

Haa taʼu malee, Yihowaa biraa wanti hamaan karra Yerusaalem irratti gad ni buʼe.

13 Yaa jiraattota* Laakiish,+ gaarii keessan fardeenitti hidhaa.

Cubbuun intala Xiyoon isin irraa dhufe,

Sababiin isaas, fincilli Israaʼel si keessatti argameera.+

14 Kanaafuu, ati yommuu ishiin si biraa deemtu Moresheet Gaatiif kennaa ni kennita.

Manni Akziib+ mootota Israaʼel gowwoomsee ture.

15 Yaa jiraattota* Maareshaa,+ isa moʼu* sana isin irratti nan fida.+

Ulfinni Israaʼel hamma Adulaamitti+ ni dhufa.

16 Ijoollee kee warra jaallattuuf rifeensa kee muradhu, mataa kees haaddadhu.

Isaan boojuudhaan si jalaa waan fudhatamaniif,+

Akkuma risaatti mataa kee moluu godhi.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi