LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 53
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Wanta gowwoonni ittiin beekaman

        • “Yihowaan hin jiru” (1)

        • “Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru” (3)

Faarfannaa 53:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2088

Faarfannaa 53:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hubannaa hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:4; Rom 1:21
  • +Fr 14:1-7; Rom 3:10

Faarfannaa 53:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9; 2Se 15:2; 19:1, 3; Isa 55:6; 1Ph 3:12
  • +Fr 11:4; 33:13-15; Er 16:17; 23:24

Faarfannaa 53:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:20; Rom 3:12

Faarfannaa 53:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 21:7, 14

Faarfannaa 53:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Bakka wanti nama sodaachisu hin jirretti ni sodaatu.”

  • *

    Kal., “sitti marsanii.”

Faarfannaa 53:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:6

Yaada Wal Simu

Far. 53:1Fr 10:4; Rom 1:21
Far. 53:1Fr 14:1-7; Rom 3:10
Far. 53:21Se 28:9; 2Se 15:2; 19:1, 3; Isa 55:6; 1Ph 3:12
Far. 53:2Fr 11:4; 33:13-15; Er 16:17; 23:24
Far. 53:3Lal 7:20; Rom 3:12
Far. 53:4Iyo 21:7, 14
Far. 53:6Isa 12:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 53:1-6

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; akkaataa Mahaalaatiin.* Maaskiil.* Faarfannaa Daawit.

53 Namni gowwaan* garaa isaatti,

“Yihowaan hin jiru” jedha.+

Namoonni akkanaa gochi isaanii inni jalʼaan mancaʼaa fi jibbisiisaa dha;

Wanta gaarii kan hojjetu tokko illee hin jiru.+

 2 Waaqayyo garuu namni hubannaa qabuu fi namni Yihowaa barbaaddatu jiraachuu fi dhiisuu isaa ilaaluuf,+

Samii irraa gara ilmaan namootaa gad ni ilaala.+

 3 Hundi isaanii karaa irraa goraniiru;

Hundi isaanii mancaʼaniiru.

Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru,

Tokko illee hin jiru.+

 4 Warra balleessaa raawwatan keessaa tokko illee hin hubatuu?

Isaan akkuma nyaata nyaatanitti saba koo nyaatu.

Yihowaas hin waammatan.+

 5 Haa taʼu malee, isaan naasuu guddaadhaan,

Naasuu isaan mudatee hin beekneenis ni liqimfamu;*

Sababiin isaas, Waaqayyo lafee warra si haleelanii* ni bittinneessa.

Yihowaan waan isaan dhiiseef, ati isaan ni salphista.

 6 Fayyinni Israaʼel Xiyoon irraa haa dhufu!+

Yeroo Yihowaan saba isaa isa boojiʼame deebisee walitti qabutti,

Yaaqoob haa gammadu, Israaʼel haa ililchu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi