LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Atis Solomoon yaa ilma koo, Yihowaan garaa hundumaa waan qoruu+ fi yaadaa fi fedhii hundumaa waan hubatuuf,+ Waaqa abbaa keetii beeki; garaa guutuu*+ fi lubbuu* gammachuu qabuun* isa tajaajili. Ati yoo isa barbaadde innis siif ni argama;+ yoo isa dhiiste garuu innis bara baraaf si dhiisa.+

  • 2 Seenaa Baraa 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, inni Aasaa argachuuf gad baʼee akkana isaan jedhe: “Ati yaa Aasaa, isin namoonni Yihudaa fi Biiniyaam hundumti keessan na dhagaʼaa! Isin isaa wajjin yoo taatan, Yihowaan isinii wajjin ni taʼa;+ isin yoo isa barbaaddattan inni isiniif ni argama;+ yoo isa dhiistan garuu, innis isin ni dhiisa.+

  • 2 Seenaa Baraa 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis Yoshaafaax mootiin Yihudaa gara mana isaa* isa Yerusaalemitti argamutti nagaadhaan deebiʼe.+

  • 2 Seenaa Baraa 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haa taʼu malee, ati utubaawwan waaqeffannaa* biyyattii keessaa haxooftee waan balleessiteef, akkasumas Waaqa dhugaa barbaaddachuuf garaa kee waan qopheessiteef*+ wantoonni gaariin si keessatti argamaniiru.”+

  • Isaayyaas 55:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yeroo inni argamutti Yihowaa barbaaddadhaa.+

      Yeroo inni dhihoo jiruttis isa waammadhaa.+

  • 1 Pheexiros 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi