LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Gara Yerusaalem imaluu (1-14)

      • Yerusaalem gaʼuu (15-19)

      • Phaawulos gorsa jaarsolii fudhate (20-26)

      • Jeequmsa mana qulqullummaa keessatti kaʼe; Phaawulos ni qabame (27-36)

      • Phaawulos uummatatti akka dubbatu ni heyyamameef (37-40)

Hojii Ergamootaa 21:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 197-198

Hojii Ergamootaa 21:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 198

Hojii Ergamootaa 21:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gara buufata dooniitti.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 198-199

Hojii Ergamootaa 21:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 21:10-12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 199-200

Hojii Ergamootaa 21:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 200-201

Hojii Ergamootaa 21:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 6:3, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 201

Hojii Ergamootaa 21:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28; HoE 2:17; 1Qo 11:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 201

Hojii Ergamootaa 21:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 11:27, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 202

Hojii Ergamootaa 21:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:22, 23; 21:33
  • +HoE 9:15, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 202, 216

Hojii Ergamootaa 21:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 202-203

Hojii Ergamootaa 21:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa na raasuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:24; 2Qo 4:10, 11; 2Xi 4:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 202-203

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 32

Hojii Ergamootaa 21:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Kal., “calluma jenne.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 203-204

Hojii Ergamootaa 21:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 12:17; 15:13; Gal 1:19; 2:9; Yaq 1:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 126, 206-207

Hojii Ergamootaa 21:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 207

Hojii Ergamootaa 21:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 15:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 207-208

Hojii Ergamootaa 21:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ganan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 2:28, 29; 1Qo 7:18-20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 207, 209-210

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2016, ful. 15

Hojii Ergamootaa 21:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 210-211

Hojii Ergamootaa 21:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2023, ful. 10

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 210-211

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2018, ful. 24-25

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2016, ful. 15

Hojii Ergamootaa 21:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “utuu dhiigni isaa hin dhangalaʼin.”

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 35:2; Bau 34:15
  • +Uma 9:4; Lew 3:17; 17:10; 1Sa 14:32, 33
  • +Lew 17:13; Kes 12:23, 24
  • +HoE 15:28, 29; 1Qo 6:9; Qol 3:5; 1Ta 4:3; 1Ph 4:3

Hojii Ergamootaa 21:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:20

Hojii Ergamootaa 21:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 24:5, 6

Hojii Ergamootaa 21:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:4; 2Xi 4:20

Hojii Ergamootaa 21:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2020, ful. 31

Hojii Ergamootaa 21:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:22, 23; 21:10, 11

Hojii Ergamootaa 21:37

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 5

Hojii Ergamootaa 21:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2010, ful. 31

Hojii Ergamootaa 21:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 3:4, 5
  • +HoE 22:3

Hojii Ergamootaa 21:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 26:14

Yaada Wal Simu

HoE. 21:4HoE 21:10-12
HoE. 21:8HoE 6:3, 5
HoE. 21:9Yoe 2:28; HoE 2:17; 1Qo 11:5
HoE. 21:10HoE 11:27, 28
HoE. 21:11HoE 20:22, 23; 21:33
HoE. 21:11HoE 9:15, 16
HoE. 21:13HoE 20:24; 2Qo 4:10, 11; 2Xi 4:6
HoE. 21:18HoE 12:17; 15:13; Gal 1:19; 2:9; Yaq 1:1
HoE. 21:20HoE 15:1
HoE. 21:21Rom 2:28, 29; 1Qo 7:18-20
HoE. 21:241Qo 9:20
HoE. 21:25Uma 35:2; Bau 34:15
HoE. 21:25Uma 9:4; Lew 3:17; 17:10; 1Sa 14:32, 33
HoE. 21:25Lew 17:13; Kes 12:23, 24
HoE. 21:25HoE 15:28, 29; 1Qo 6:9; Qol 3:5; 1Ta 4:3; 1Ph 4:3
HoE. 21:261Qo 9:20
HoE. 21:28HoE 24:5, 6
HoE. 21:29HoE 20:4; 2Xi 4:20
HoE. 21:33HoE 20:22, 23; 21:10, 11
HoE. 21:39Flp 3:4, 5
HoE. 21:39HoE 22:3
HoE. 21:40HoE 26:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 21:1-40

Hojii Ergamootaa

21 Dirqamaan erga isaan irraa gargar baanee booda, doonii yaabbannee kallattiidhaan deemuudhaan gara Qoos dhufne; guyyaa itti aanutti Roodees geenye; achii kaanee immoo gara Phaaxiraa dhaqne. 2 Doonii gara Fiinqeetti ceʼu yommuu argannus, yaabbannee imala keenya itti fufne. 3 Odolli Qophros yommuu nutti mulʼatu immoo, Qophrosiin gara bitaatti* dhiisnee gara Sooriyaatti qajeelle; achiis Xiiros bakka doonichi feʼisa isaa itti buufatutti irraa buune. 4 Barattoota barbaannee erga argannee booda guyyaa torbaaf achuma turre. Isaan hafuura qulqulluutiin geggeeffamanii, Phaawulos gara Yerusaalem akka hin dhaqne irra deddeebiʼanii isatti himan.+ 5 Yeroon nuti achitti dabarsinu yommuu xumuramus, achii kaanee karaa keenya deemuu jalqabne; dubartootaa fi ijoollee dabalatee hundi isaanii hanga magaalattiidhaa baanutti nu geggeessan. Qarqara galaanichaatti jilbeenfannee erga kadhannee boodas 6 nagaa walitti dhaamne. Achiis nuti doonii yaabbanne, isaan immoo mana isaaniitti deebiʼan.

7 Dooniidhaan Xiirosii kaanee Phitolimaayus geenye; achiis obboloota nagaa gaafannee guyyaa tokkoof isaanii wajjin oolle. 8 Guyyaa itti aanutti achii kaanee gara Qisaariyaa dhufne; achiis gara mana Filiphoos lallabaa Wangeelaa isa namoota kanaan dura filataman torban keessaa tokko taʼe+ sanaatti seennee isa bira bubbulle. 9 Namichi kun ijoollee durbaa hin heerumnee fi raajii dubbatan afur qaba ture.+ 10 Guyyoota hedduudhaaf erga achi turree booda garuu, raajiin Agaabos+ jedhamu tokko Yihudaadhaa gad buʼe. 11 Inni gara keenya dhufee, qabattoo Phaawulos fudhatee miilaa fi harka ofii hidhuudhaan, “Hafuurri qulqulluun akkana jedha: ‘Yihudoonni Yerusaalem keessa jiran abbaa qabattoo kanaa akkanatti ni hidhu;+ harka saboota kaaniittis dabarsanii isa kennu’” jedhe.+ 12 Yommuu kana dhageenyu nutis taane namoonni achi jiran, Phaawulos gara Yerusaalemitti akka ol hin baane isa kadhachuu jalqabne. 13 Achiis Phaawulos, “Maaliif boossanii ejjennoo koo laaffisuuf* yaaltu? Ani maqaa Gooftaa Yesuusiif jedhee, Yerusaalemitti hidhamuuf qofa utuu hin taʼin, duʼuuf illee qophaaʼaa akkan taʼe isiniif mirkaneessuun barbaada” jedhee deebise.+ 14 Yommuu inni yaada keenya fudhachuu didu, “Fedhiin Yihowaa* haa raawwatamu” jennee isa mormuu dhiisne.*

15 Kana booda, imala keenyaaf qophii goonee gara Yerusaalem deemuu jalqabne. 16 Barattoonni Qisaariyaadhaa dhufan tokko tokkos nuu wajjin deemanii, gara mana Minaasonitti nu geessan; inni nama Qophros yeroo taʼu, barattoota jalqabaa keessaa tokko ture; nutis keessummummaadhaan mana isaa boqonne. 17 Yommuu Yerusaalem geenyu obboloonni gammachuudhaan nu simatan. 18 Guyyaa itti aanutti garuu Phaawulos nuu wajjin gara Yaaqoob+ dhaqe; jaarsoliin hundis achi turan. 19 Phaawulos erga nagaa isaan gaafatee booda, wanta Waaqayyo karaa tajaajila isaa saboota kaan gidduutti raawwate balʼinaan isaanitti himuu jalqabe.

20 Isaan erga kana dhagaʼanii booda Waaqayyoon galateeffachuu jalqaban; achiis akkana isaan jedhan: “Ilaa yaa obboleessaa, Yihudoota gidduudhaa namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman amantoota akka taʼan beekta; hundi isaaniis Seerichaaf hinaaffaa qabu.+ 21 Haa taʼu malee, ijoollee isaanii akka dhaqna hin qabnee fi wantoota barsiifata taʼan akka hin hordofne itti himuudhaan Seera Musee akka dhiisan* Yihudoota saboota kaan gidduutti argaman hunda barsiisaa akka jirtu odeeffamuu isaa dhagaʼaniiru.+ 22 Maarree, waaʼee kanaa maaltu godhamuu qaba? As dhufuu kee dhagaʼuun isaanii hin oolu. 23 Kanaafuu, wanta sitti himnu godhi: Namoonni wareega qaban afur nu bira jiru. 24 Namoota kana fudhadhuu dhaqiitii akka Seerichaatti isaanii wajjin of qulqulleessi; mataa isaanii akka haaddataniifis baasii isaanii isaaniif kaffali. Akkana yoo goote, oduun waaʼee kee odeeffame soba taʼuu isaa fi atis Seericha eegdee karaa sirrii taʼeen deddeebiʼaa akka jirtu hundi isaanii ni beeku.+ 25 Amantoota saboota kaan gidduu jiraniif garuu, aarsaa waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee+ fi halalummaa* irraa+ akka fagaatan murtoo keenya barreessinee ergineerra.”

26 Guyyaa itti aanutti Phaawulos namoota sana fudhatee akka Seerichaatti isaanii wajjin of qulqulleesse;+ achiis yeroon akka Seerichaatti itti qulqulleeffaman yoom akka xumuramuu fi tokkoon tokkoon isaaniitiif aarsaan kan dhihaatu yoom akka taʼe beeksisuuf gara mana qulqullummaa seene.

27 Guyyoonni torban sun yommuu xumuramuu jala gaʼanitti, Yihudoonni Eeshiyaadhaa dhufan, mana qulqullummaa keessatti isa arganii guutummaa uummatichaa kakaasanii isa qaban; 28 akkana jedhanii iyyan: “Yaa namoota Israaʼel, nu gargaaraa! Namichi saba keenya, Seera keenyaa fi iddoo kana mormee bakka hundatti namoota hunda barsiisu isa kana dha. Kana malees, Giriikota illee gara mana qulqullummaatti fidee iddoo qulqulluu kana xureesseera.”+ 29 Kana kan jedhanis Xirofimoos+ nama Efesoon sana isaa wajjin magaalattii keessatti arganii waan turanii fi Phaawulos gara mana qulqullummaatti akka ol isa galche waan yaadaniif ture. 30 Yeroo kanatti guutummaan magaalattii kan jeeqamte yeroo taʼu, namoonnis waliin fiigaa dhufanii Phaawulosiin qabanii lafa irra harkisanii mana qulqullummaa keessaa isa baasan; yeruma sanas balbaloonni ni cufaman. 31 Utuu isaan isa ajjeesuuf yaalii gochaa jiranii ajajaan kumaa, Yerusaalem jeequmsaan guutamuu ishii dhagaʼe; 32 innis yeruma sana loltootaa fi ajajjoota dhibbaa fudhatee fiigee gara isaaniitti gad buʼe. Isaan ajajaa kumaa fi loltoota sana yommuu argan Phaawulosiin reebuu dhiisan.

33 Ajajaan kumaa sunis isatti dhihaatee toʼannaa jala isa oolchee funcaa lamaan akka hidhamu ajaje;+ achiis eenyummaa isaa fi wanta inni godhe isa gaafate. 34 Haa taʼu malee, namoota sana keessaa tokko tokko waan tokko, warri kaan immoo waan kan biraa jedhanii iyyuu jalqaban. Ajajaan kumaa sun jeequmsa sanaan kan kaʼe wanta qabatamaa taʼe tokko illee beekuu waan hin dandeenyeef, Phaawulos gara mooraa loltootaatti akka geeffamu ajaje. 35 Yommuu kortoo bira gaʼu garuu, namoonni hedduun sun isa miidhuu waan barbaadaniif loltoonni isa baatanii deemuuf dirqaman; 36 sababiin isaas, namoonni hedduun sun isa duukaa buʼanii, “Isa ajjeesi!” jedhanii iyyu turan.

37 Phaawulos yommuu gara mooraa loltootaatti geeffamuuf jedhu ajajaa kumaa sanaan, “Wanta tokko akkan dubbadhu naa heyyamtaa?” jedhe. Innis akkana isaan jedhe: “Afaan Giriikii dubbachuu ni dandeessa jechuu dhaa? 38 Maarree ati namicha Gibxii yeroo muraasa dura mootummaa irratti fincila kakaasee namoota 4,000 warra nama ajjeesan fudhatee gara lafa onaatti baqate sana mitii?” 39 Phaawulosis, “Ani Yihudicha+ nama magaalaa Xarsees+ ishii Kiilqiyaatti argamtuu fi beekamtuu taate sanaa ti. Maaloo, uummata kanatti akkan dubbadhu naaf heyyami” isaan jedhe. 40 Erga inni isaaf heyyamee booda, Phaawulos kortoo sana irra dhaabbatee harka isaatiin namoota sanatti mallattoo argisiise. Yommuu gabii guddaan taʼus Afaan Ibrootaatiin+ akkana jedhee isaanitti dubbachuu jalqabe:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi