LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 148
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Uumamni hundi Yihowaa jajata

        • “Maleekonni isaa hundi isa jajadhaa” (2)

        • ‘Aduun, addeessii fi urjiileen isa jajadhaa’ (3)

        • Dargaggoo fi maanguddoonni Waaqa jajadhaa (12, 13)

Faarfannaa 148:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:5

Faarfannaa 148:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:20; Luq 2:13
  • +Er 32:18; Yih 14

Faarfannaa 148:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:1

Faarfannaa 148:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Samiiwwan samiiwwanii.”

Faarfannaa 148:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:6

Faarfannaa 148:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:37
  • +Fr 119:91; Er 31:35, 36; 33:25

Faarfannaa 148:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 64

Faarfannaa 148:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 9:23; Fr 107:25; Isa 30:30

Faarfannaa 148:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:8
  • +1Se 16:33; Isa 44:23

Faarfannaa 148:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:20

Faarfannaa 148:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:10, 11

Faarfannaa 148:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “durboonni.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 20

Faarfannaa 148:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:1; Isa 12:4
  • +1Mo 8:27; 1Se 29:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 20

Faarfannaa 148:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gaanfa.”

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Yaada Wal Simu

Far. 148:1Fr 89:5
Far. 148:2Fr 103:20; Luq 2:13
Far. 148:2Er 32:18; Yih 14
Far. 148:3Fr 19:1
Far. 148:5Fr 33:6
Far. 148:6Fr 89:37
Far. 148:6Fr 119:91; Er 31:35, 36; 33:25
Far. 148:8Bau 9:23; Fr 107:25; Isa 30:30
Far. 148:9Fr 98:8
Far. 148:91Se 16:33; Isa 44:23
Far. 148:10Isa 43:20
Far. 148:11Fr 2:10, 11
Far. 148:13Fr 8:1; Isa 12:4
Far. 148:131Mo 8:27; 1Se 29:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 148:1-14

Faarfannaa

148 Yaahiin jajadhaa!*

Samiiwwan irraa Yihowaa jajadhaa;+

Ol gubbaa keessatti isa jajadhaa.

 2 Maleekonni isaa hundi isa jajadhaa.+

Guutummaan raayyaa isaa+ isa jajadhaa.

 3 Aduu fi addeessi isa jajadhaa.

Urjiileen ibsitan hundi isa jajadhaa.+

 4 Samiiwwan warri hunda irra caalaa ol gubbaa jirtan,*

Bishaanonni samiiwwanii olitti argamtanis isa jajadhaa.

 5 Inni ajajuu isaatiin waan uumamaniif,+

Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.

 6 Inni baraa hamma bara baraatti isaan hundeesseera;+

Labsii hin darbines baaseera.+

 7 Lafa irraa Yihowaa jajadhaa,

Isin uumamawwan galaanaa guguddaa taatanii fi bishaanonni gad fagoon hundi,

 8 Isin bakakkaan, cabbii guguddaan, cabbiinii fi duumessi cimaan,

Ati obomboleettiin inni dubbii isaa raawwattu,+

 9 Isin gaaronni, tabbawwan hundis,+

Isin mukeetiin firii godhattan, mukeetiin gaattiraa hundis,+

10 Isin bineensonni bosonaa,+ horiiwwan qeʼee hundis,

Isin uumamawwan munyuuqxanii fi simbirroonni baallee qabdan,

11 Isin mootonni lafaa, saboonni hundis,

Isin bulchitoonni, abbootiin murtii lafaa hundis,+

12 Isin dardarrii fi shamarran,*

Maanguddoonnii fi ijoolleen waliin isa jajadhaa.

13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,

Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+

Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+

14 Inni warri isaaf amanamoo taʼan hundi akka jajamaniif jedhee,

Jabina* saba isaa,

Jabina ilmaan Israaʼel warra isatti dhihoo jiranii ol ni kaasa.

Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi