LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Abbootii Murtii

      • Yaabiin mootiin Kanaʼaan Israaʼeliin cunqurse (1-3)

      • Dibooraa raajittii fi Baaraaq isa abbaa murtii taʼe (4-16)

      • Yaaʼel Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe ajjeeste (17-24)

Abbootii Murtii 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:19

Abbootii Murtii 4:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Harosheet Hagoyiim.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:14; 3:8; 10:7
  • +Abo 4:16

Abbootii Murtii 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Inni.”

  • *

    Kal., “gaariiwwan fardaa sibiilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:16; Abo 1:19
  • +Kes 28:48
  • +Abo 2:18; 3:9; Fr 107:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 29

Abbootii Murtii 4:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:20; 2Mo 22:14; Luq 2:36; HoE 21:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 10

Abbootii Murtii 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:21, 25
  • +Uma 28:17, 19

Abbootii Murtii 4:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “namoota kee bobbaasi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:32
  • +Ibr 11:32

Abbootii Murtii 4:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:40; Fr 83:9
  • +Kes 20:1

Abbootii Murtii 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 11

Abbootii Murtii 4:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:21, 22; 5:24, 26
  • +Iya 20:7, 9; 21:32

Abbootii Murtii 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:18

Abbootii Murtii 4:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 24:21; Abo 1:16; 1Sa 15:6
  • +Lak 10:29

Abbootii Murtii 4:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:6

Abbootii Murtii 4:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

  • *

    Kal., “gaariiwwan fardaa sibiilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:20, 21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12

Abbootii Murtii 4:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12

Abbootii Murtii 4:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:24; Iya 10:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12

Abbootii Murtii 4:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12

Abbootii Murtii 4:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:24
  • +Abo 4:11
  • +Abo 4:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12

Abbootii Murtii 4:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 12-13

Abbootii Murtii 4:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:25

Abbootii Murtii 4:21

Miiljaleewwan

  • *

    Qaama battee adda irraa karaa mirgaa fi karaa bitaatiin jiru dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:9; 5:26, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 13

Abbootii Murtii 4:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 13

Abbootii Murtii 4:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 11:32, 33

Abbootii Murtii 4:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 9:25
  • +Kes 7:24

Yaada Wal Simu

Abo. 4:1Abo 2:19
Abo. 4:2Abo 2:14; 3:8; 10:7
Abo. 4:2Abo 4:16
Abo. 4:3Iya 17:16; Abo 1:19
Abo. 4:3Kes 28:48
Abo. 4:3Abo 2:18; 3:9; Fr 107:19
Abo. 4:4Bau 15:20; 2Mo 22:14; Luq 2:36; HoE 21:8, 9
Abo. 4:5Iya 18:21, 25
Abo. 4:5Uma 28:17, 19
Abo. 4:6Iya 21:32
Abo. 4:6Ibr 11:32
Abo. 4:71Mo 18:40; Fr 83:9
Abo. 4:7Kes 20:1
Abo. 4:9Abo 4:21, 22; 5:24, 26
Abo. 4:9Iya 20:7, 9; 21:32
Abo. 4:10Abo 5:18
Abo. 4:11Lak 24:21; Abo 1:16; 1Sa 15:6
Abo. 4:11Lak 10:29
Abo. 4:12Abo 4:6
Abo. 4:13Abo 5:20, 21
Abo. 4:15Bau 14:24; Iya 10:10
Abo. 4:16Lew 26:7
Abo. 4:17Abo 5:24
Abo. 4:17Abo 4:11
Abo. 4:17Abo 4:1, 2
Abo. 4:19Abo 5:25
Abo. 4:21Abo 4:9; 5:26, 27
Abo. 4:23Ibr 11:32, 33
Abo. 4:24Uma 9:25
Abo. 4:24Kes 7:24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Abbootii Murtii 4:1-24

Abbootii Murtii

4 Eehud erga duʼee booda garuu, Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan.+ 2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture. 3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+

4 Yeroo sanatti Dibooraa raajittiin+ ishiin haadha manaa Laaphidot taate Israaʼel keessatti murtii Waaqayyoo dabarsaa turte. 5 Ishiin naannoo gaarotaa Efreem keessa muka meexxii Dibooraa isa Raamaa+ fi Beetel+ gidduutti argamu jala teessi turte; Israaʼelonnis murtii argachuuf gara ishii ni dhaqu turan. 6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi. 7 Ani Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa Yaabiin taʼe gaariiwwan fardaa waraanaa isaa fi loltoota isaa wajjin laga* Qiishoon+ biratti gara keetti nan fida; harka keettis dabarsee isa nan kenna.’”+

8 Yeroo kanatti Baaraaq, “Ati yoo anaa wajjin deemte nan deema; yoo anaa wajjin deemuu baatte garuu hin deemu” ishiidhaan jedhe. 9 Ishiinis, “Ani dhugumaan sii wajjin nan deema. Haa taʼu malee, Yihowaan Siseeraa harka dubartii takkatti dabarsee waan kennuuf, duulli ati geggeessitu kun ulfina siif hin argamsiisu”+ isaan jette. Achiis Dibooraan kaatee Baaraaqii wajjin gara Qeedesh deemte.+ 10 Baaraaqis Zaabiloonii fi Niftaalemiin+ gara Qeedeshitti kan waame yeroo taʼu, dhiironni 10,000 faana isaa duukaa buʼan. Dibooraanis isaa wajjin ol baate.

11 Akka tasaa taʼee, Hebeer Qeenichi Qeenota kaan irraa adda baʼee ture; Qeenonni+ sanyii Hobaab isa abbiyyuu Musee+ taʼee ti; dunkaanni Hebeeris muka guddaa Zaʼaanaaniim isa Qeedeshitti argamu bira dhaabamee ture.

12 Isaan Baaraaq ilmi Abinoʼaam Gaara Taaboritti akka ol baʼe Siseeraatti ni himan.+ 13 Siseeraanis yeruma sana gara laga* Qiishoon dhaquuf gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundumaa, jechuunis gaariiwwan fardaa warra haamtuu sibiilaa qaban* 900, akkasumas loltoota isaa wajjin turan hundumaa Harosheet ishii kan sabootaa taate irraa walitti ni qabe.+ 14 Dibooraanis Baaraaqiin, “Guyyaan Yihowaan Siseeraa harka keetti dabarsee itti kennu harʼa waan taʼeef, kaʼi. Yihowaan si dura baʼee ni deema mitii ree?” jette. Baaraaqis namoota isa duukaa buʼan 10,000 wajjin Gaara Taabor irraa gad ni buʼe. 15 Achiis Yihowaan Siseeraan, gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundii fi raayyaan waraanaa isaa hundi goraadee Baaraaq duratti akka burjaajaʼan+ ni godhe. Dhuma irrattis Siseeraan gaarii fardaa isaa irraa buʼee miilaan ni baqate. 16 Baaraaqis gaariiwwan fardaa waraanaa fi raayyaa waraanaa sana hamma Harosheet ishii kan sabootaa taateetti ni ariʼe. Kanaafuu, guutummaan raayyaa waraanaa Siseeraa goraadeedhaan ni dhume; isaan keessaa tokko illee hin hafne.+

17 Siseeraan garuu gara dunkaana Yaaʼel+ haadha manaa Hebeer+ Qeenichaatti miilaan baqate; sababiin isaas, Yaabiin+ mootii Hazoorii fi mana Hebeer Qeenichaa gidduu nagaan jira ture. 18 Achiis Yaaʼel Siseeraa simachuuf gad baatee, “Ol seeni gooftaa koo, oluma seeni. Hin sodaatin” isaan jette. Kanaafuu, inni gara dunkaana ishiitti ol seene; ishiinis bullukkoo isatti uwwiste. 19 Achiis, “Maaloo, dheebodheera, bishaan dhugaatii xinnoo naaf kenni” ishiidhaan jedhe. Kanaafuu, ishiin qalqalloo aannanii hiiktee wanta dhugamu isaaf kennite;+ sana booda deebistee isatti uwwiste. 20 Innis, “Balbala dunkaanichaa irra dhaabbadhu; namni kam iyyuu dhufee, ‘Namichi tokko as jiraa?’ yoo siin jedhe, ‘Hin jiru!’ jedhi” ishiidhaan jedhe.

21 Yaaʼel haati manaa Hebeer garuu qofoo dunkaanaa fi burruusa fudhatte. Achiis utuu inni dadhabee hirriba cimaa keessa jiruu suuta jettee itti siqxee, qofoo sana illee* isaa keessa baastee lafatti gad rukutte; innis ni duʼe.+

22 Baaraaqis Siseeraa faana dhaʼee achi ni dhaqe; Yaaʼelis gad baatee isa simattee, “Kottu, namicha ati barbaadaa jirtu sittan argisiisa” isaan jette. Achiis ishii wajjin ol seene; innis Siseeraan qofoon illee isaa keessa baʼee duʼee lafatti kufuu isaa arge.

23 Akka kanaan, Waaqayyo guyyaa sanatti Yaabiin mootiin Kanaʼaan Israaʼelota duratti akka moʼamu ni godhe.+ 24 Hamma Yaabiin isa mootii Kanaʼaan+ taʼe balleessanitti, harki Israaʼelotaa Yaabiin mootii Kanaʼaan irratti caalaatti jabaachaa deeme.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi