LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Magaalota itti baqatan 1-9)

Iyyaasuu 20:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 21:12, 13; Lak 35:14, 15; Kes 4:41

Iyyaasuu 20:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “utuu hin beekin.”

  • *

    Ykn., “lubbuu rukute.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 9:6; Bau 21:23; Lak 35:26, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 11

Iyyaasuu 20:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 19:3
  • +Fak 31:23

Iyyaasuu 20:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “utuu hin beekini.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:22-24; Kes 19:4-6

Iyyaasuu 20:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:12, 24
  • +Lak 35:25
  • +Lak 35:28

Iyyaasuu 20:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni qulqulleessan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:32
  • +Uma 33:18; Iya 21:20, 21
  • +Iya 14:15; 21:13

Iyyaasuu 20:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “pilaatoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 36; 1Se 6:77, 78
  • +Iya 21:8, 38; 1Se 6:77, 80
  • +Kes 4:41-43
  • +Iya 21:27; 1Se 6:71

Iyyaasuu 20:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 35:11, 15
  • +Lak 35:12, 24; Kes 21:5

Yaada Wal Simu

Iya. 20:2Bau 21:12, 13; Lak 35:14, 15; Kes 4:41
Iya. 20:3Uma 9:6; Bau 21:23; Lak 35:26, 27
Iya. 20:4Kes 19:3
Iya. 20:4Fak 31:23
Iya. 20:5Lak 35:22-24; Kes 19:4-6
Iya. 20:6Lak 35:12, 24
Iya. 20:6Lak 35:25
Iya. 20:6Lak 35:28
Iya. 20:7Iya 21:32
Iya. 20:7Uma 33:18; Iya 21:20, 21
Iya. 20:7Iya 14:15; 21:13
Iya. 20:8Iya 21:8, 36; 1Se 6:77, 78
Iya. 20:8Iya 21:8, 38; 1Se 6:77, 80
Iya. 20:8Kes 4:41-43
Iya. 20:8Iya 21:27; 1Se 6:71
Iya. 20:9Lak 35:11, 15
Iya. 20:9Lak 35:12, 24; Kes 21:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 20:1-9

Iyyaasuu

20 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Magaalota itti baqatan+ warran waaʼee isaanii karaa Musee dubbadhe ofii keessaniif filadhaa; 3 namni utuu itti hin yaadin yookiin akka tasaa* nama ajjeese* achitti ni baqata. Isaanis bakka nama haaloo baʼu+ jalaa itti baqattan isiniif ni taʼu. 4 Namni kun magaalota kana keessaa gara ishii tokkootti baqatee,+ karra magaalattii+ dura dhaabbatee dhimma isaa jaarsolii magaalattiitti haa himatu. Isaanis magaalattiitti isa galchanii iddoo jireenyaa isaaf haa kennan; innis isaanii wajjin ni jiraata. 5 Namni haaloo baʼu isa hordofee yoo dhufe, isaan nama haaloo baʼu sanatti dabarsanii isa kennuu hin qaban; sababiin isaas, inni namicha kan ajjeese akkuma tasaa ti,* akkasumas sana dura nama sanaaf jibba hin qabu ture.+ 6 Innis hamma yaaʼicha+ duratti murtiidhaaf dhihaatutti magaalattii keessa haa taaʼu; lubni ol aanaan inni yeroo sanatti tajaajilaa jiru hamma duʼuttis+ achuma haa turu. Achiis namni nama ajjeese sun magaalaa keessaa baqatetti deebiʼee, gara magaalaa isaattii fi gara mana isaatti seenuu dandaʼa.’”+

7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.* 8 Naannoo Yordaanos keessatti baha Yerikootiin, gosa Ruuben keessaa lafa onaa isa lafa diriiraa* irratti argamu keessatti Beezeriin,+ gosa Gaad keessaa Giiliyaad keessatti Raamotiin,+ akkasumas gosa Minaasee+ keessaa Baashaan keessatti Goolaaniin+ ni filatan.

9 Namni utuu itti hin yaadin nama* ajjeese kam iyyuu akka itti baqatuuf,+ akkasumas yaaʼicha duratti murtiidhaaf dhihaachuu isaa dura+ nama haaloo baʼu sanaan akka hin ajjeefamnetti, magaalonni Israaʼelota hundumaa fi nama biyya ormaa isaan gidduu jiraatuuf ramadaman kanneen kana turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi