LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Ajaja Waaqaa eegi, jiraadhus (1-5)

      • Dargaggeessi gowwaan ni gowwoomfame (6-27)

        • “Akka qotiyyoo qalamuuf oofamuutti” (22)

Fakkeenya 7:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:14

Fakkeenya 7:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “seera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 18:5; Kes 5:16; Isa 55:3; Yoh 12:50

Fakkeenya 7:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:10, 11

Fakkeenya 7:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “keessummaa.” Fak 2:16 ilaali.

  • *

    Kal., “ormaa.” Fak 2:16 ilaali.

  • *

    Ykn., “gowwoomsaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:27, 28
  • +Fak 2:11, 16; 5:3; 6:23, 24

Fakkeenya 7:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Warra muuxannoo hin qabnes.”

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:32; 9:16, 17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 24:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “uffata sagaagaltuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:30

Fakkeenya 7:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Miilli ishii matumaa mana hin taaʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:13-18

Fakkeenya 7:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:27, 28

Fakkeenya 7:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:5

Fakkeenya 7:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 27:7

Fakkeenya 7:17

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuu mukaa foolii urgaaʼu qabuu fi bara duriitti akka urgooftuutti tajaajilu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Wed 3:6; 4:14

Fakkeenya 7:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:3

Fakkeenya 7:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hidhaa sibiilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 6:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:8-11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2011, ful. 27

Fakkeenya 7:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:26
  • +1Qo 10:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Fakkeenya 7:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Yaada Wal Simu

Fak. 7:1Fak 10:14
Fak. 7:2Lew 18:5; Kes 5:16; Isa 55:3; Yoh 12:50
Fak. 7:3Fak 2:10, 11
Fak. 7:5Fak 23:27, 28
Fak. 7:5Fak 2:11, 16; 5:3; 6:23, 24
Fak. 7:7Fak 6:32; 9:16, 17
Fak. 7:9Iyo 24:15
Fak. 7:10Er 4:30
Fak. 7:11Fak 9:13-18
Fak. 7:12Fak 23:27, 28
Fak. 7:14Lew 19:5
Fak. 7:16His 27:7
Fak. 7:17Wed 3:6; 4:14
Fak. 7:21Fak 5:3
Fak. 7:221Qo 6:18
Fak. 7:23Fak 5:8-11
Fak. 7:25Fak 5:8
Fak. 7:26Lal 7:26
Fak. 7:261Qo 10:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 7:1-27

Fakkeenya

7 Yaa ilma koo, dubbii koo eegi,

Ajajawwan kootiifis bakka guddaa kenni.+

 2 Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis jiraadhu;+

Akkuma qaroo ija keetiitti barumsa* koo eegi.

 3 Quba keetti isaan hidhadhu;

Gabatee garaa keetii irrattis isaan barreeffadhu.+

 4 Ogummaadhaan, “Ati obboleettii tiyya” jedhi;

Hubannaadhaanis, “fira koo” jedhii waami.

 5 Isaan dubartii addaggee*+ irraa,

Dubartii baalagee* fi dubbii laafaa* ishiin dubbattu irraa si eegu.+

 6 Ani foddaa mana kootii irraa,

Foddaa koo keessaa gad nan ilaale,

 7 Gowwootas* yommuun ilaalu,

Dargaggoota gidduudhaa dargaggeessa hubannaa* hin qabne tokko nan arge.+

 8 Inni daandii naannoo mana ishiitti argamu tokko bira darbee

Gara kallattii mana ishiitti qajeele,

 9 Yeroon isaa dimimmisa, gara galgalaa,+

Yeroo dhihuu fi dukkanaaʼuuf jedhu ture.

10 Achiis dubartiin akka sagaagaltuutti* uffattee+ fi garaa haxxee taʼe qabdu

Yommuu isa simattu nan arge.

11 Ishiin iyyitee kan dubbattuu fi didduu dha.+

Matumaas mana hin teessu.*

12 Takkaa alatti argamti, sana booda immoo addabaabayii keessatti argamti,

Goleewwan hundumaa biratti riphxee eeggatti.+

13 Ishiin qabdee isa dhungatte;

Qaanii tokko malees akkana isaan jette:

14 “Ani aarsaa gamtaa dhiheessuun qaba ture.+

Harʼa wareega koo raawwadheera.

15 Si simachuuf kanan baʼe kanaafi,

Si barbaacha nan baʼe, sin argadhes!

16 Siree koo irra afata baʼeessa,

Quncee talbaa halluu hedduu qabu isa Gibxii irraa dhufe afeera.+

17 Siree koo irratti qumbii, argisaa* fi qarafaa firfirseera.+

18 Kottu, hamma bariʼutti xoofoo jaalalaa irraa dhugnee haa quufnu;

Waliin taanee jaalalaan haa gammadnu,

19 Abbaan manaa koo mana hin jiru;

Karaa fagoo deemeera.

20 Korojoo maallaqaa qabateera,

Hamma guyyaa baatii guutuuttis hin deebiʼu.”

21 Irra deddeebitee isa sossobuudhaan+ isa dogoggorsite.

Dubbii laafaadhaanis isa gowwoomsite.

22 Innis akkuma tasaa akka qotiyyoo qalamuuf oofamuutti,

Akka nama gowwaa miilli isaa jirma* gidduu galee adabamuuf jedhuuttis ishii duukaa buʼa,+

23 Hamma xiyyi tiruu isaa waraanutti ishii duukaa deema;

Akkuma simbira kiyyootti seenuuf ariifattuutti, innis wanti kun lubbuu isaa akka isa dhabsiisu hin beeku.+

24 Ammas yaa ilmaan koo, na dhagaʼaa;

Dubbiin dubbadhus xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa.

25 Garaan kee gara daandiiwwan ishiitti akka goru hin godhin.

Gara karaa ishiittis hin gorin,+

26 Sababiin isaas, ishiin namoonni baayʼeen akka duʼan gooteetti,+

Namoonni ishiin galaafattes hedduu dha.+

27 Manni ishii gara Awwaalaatti* geessa;

Gara gola duʼaattis gad ni buusa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi