LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 121
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan saba isaa ni eega

        • ‘Kan na gargaaru Yihowaa dha’ (2)

        • Yihowaan matumaa hin rafu (3, 4)

Faarfannaa 121:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 125:2

Faarfannaa 121:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:1; Isa 41:13; Er 20:11; Ibr 13:6

Faarfannaa 121:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:11, 12; Fak 3:26

Faarfannaa 121:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 27:3; 40:28

Faarfannaa 121:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8; 109:31
  • +Fr 91:1; Isa 25:4

Faarfannaa 121:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:5, 6; Isa 49:10; Mul 7:16

Faarfannaa 121:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:10; Fak 12:21
  • +Fr 97:10; 145:20

Faarfannaa 121:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gad baʼuu kee fi ol galuu kee.”

Yaada Wal Simu

Far. 121:1Fr 125:2
Far. 121:2Fr 46:1; Isa 41:13; Er 20:11; Ibr 13:6
Far. 121:3Fr 91:11, 12; Fak 3:26
Far. 121:4Isa 27:3; 40:28
Far. 121:5Fr 16:8; 109:31
Far. 121:5Fr 91:1; Isa 25:4
Far. 121:6Fr 91:5, 6; Isa 49:10; Mul 7:16
Far. 121:7Fr 91:10; Fak 12:21
Far. 121:7Fr 97:10; 145:20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 121:1-8

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.

121 Ija koo gara gaarotaatti ol nan kaasa.+

Kan na gargaaru eenyu?

 2 Kan na gargaaru Yihowaa+

Isa samii fi lafa tolche dha.

 3 Inni matumaa miilli kee akka mucucaatu* hin heyyamu.+

Inni si eegu matumaa hin mugu.

 4 Kunoo, inni Israaʼeliin eegu

Matumaa hin mugu, hin rafus.+

 5 Yihowaan si eega.

Yihowaan karaa harka mirgaa keetiin+ gaaddisa siif taʼa.+

 6 Guyyaa aduun,

Halkan immoo addeessi si hin rukutu.+

 7 Yihowaan miidhaa hundumaa irraa si eega.+

Inni lubbuu kee ni eega.+

 8 Yihowaan ammaa jalqabee bara baraaf

Wanta raawwattu hundumaa* irratti si eega.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi