LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • “Yihowaan tiksee koo ti”

        • “Homtuu natti hin hirʼatu” (1)

        • “Inni na haaromsa” (3)

        • “Xoofoon koo guutee irraa dhangalaʼa” (5)

Faarfannaa 23:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 80:1; Er 23:3; His 34:12; 1Ph 2:25
  • +Fr 34:9; 84:11; Mat 6:33; Flp 4:19; Ibr 13:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 28-29

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2022, ful. 3-4

Faarfannaa 23:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Gara bishaan tasgabbaaʼaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:13, 14

Faarfannaa 23:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7; 51:12
  • +Fr 31:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 29-30

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 24

Faarfannaa 23:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:2; Rom 8:31
  • +Iyo 38:17
  • +Fr 3:6; 27:1; Isa 41:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 30-31

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 11

Faarfannaa 23:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laaffista.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:26; 31:19
  • +Luq 7:46; Yaq 5:14
  • +Fr 16:5

Faarfannaa 23:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:17
  • +Fr 15:1-5; 27:4; 65:4; 122:1

Yaada Wal Simu

Far. 23:1Fr 80:1; Er 23:3; His 34:12; 1Ph 2:25
Far. 23:1Fr 34:9; 84:11; Mat 6:33; Flp 4:19; Ibr 13:5
Far. 23:2His 34:13, 14
Far. 23:3Fr 19:7; 51:12
Far. 23:3Fr 31:3
Far. 23:4Isa 43:2; Rom 8:31
Far. 23:4Iyo 38:17
Far. 23:4Fr 3:6; 27:1; Isa 41:10
Far. 23:5Fr 22:26; 31:19
Far. 23:5Luq 7:46; Yaq 5:14
Far. 23:5Fr 16:5
Far. 23:6Fr 103:17
Far. 23:6Fr 15:1-5; 27:4; 65:4; 122:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 23:1-6

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

23 Yihowaan tiksee koo ti.+

Homtuu natti hin hirʼatu.+

 2 Kaloo lalisaa keessa akkan ciisu godha;

Gara iddoo boqonnaa bishaan baayʼee qabutti* na geessa.+

 3 Inni na* haaromsa.+

Maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelummaa irra na geggeessa.+

 4 Ati anaa wajjin waan jirtuuf,+

Sulula dukkanaaʼaa keessa yoon deeme illee,+

Miidhaan na irra gaʼa jedhee hin sodaadhu;+

Uleen ittiin tiksituu fi uleen ittiin qajeelchitu na jajjabeessu.

 5 Diinota koo duratti maaddii naaf qopheessita.+

Mataa koo zayitiidhaan jiista;*+

Xoofoon koo guutee irraa dhangalaʼa.+

 6 Bara jireenyaa koo hundumaatti gaarummaan kee fi jaalalli kee inni amanamaan dhugumaan na hordofu;+

Anis bara jireenyaa koo hundumaatti mana Yihowaa keessa nan jiraadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi